Pular para o conteúdo
Publicidade

Efesoon 2:8-10

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

8 Isinis ayyaanaan karaa amantiitiin fayyitaniirtuutii; kunis kennaa Allaaha ti malee hojii ofii keessanii miti; 9 akka namni tokko iyyuu of hin jajneefis kun hojiidhaan miti. 10 Nu hojii harka isaatii; hojii gaarii Allaahan duraan dursee akka nu hojjennuuf qopheesse sana akka hojjennuufis karaa Al-Masiihi Iisaatiin uumamne.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    8 እስንስ አያናን ከራ አመንቲቲን ፈይተኒርቱቲ፤ ኩንስ ኬና ዋቃት መሌ ሆጂ ኦፊኬሰኒ ምት፤ 9 አከ ነምን ቶኮዩ ኦፍ ህንጀጅኔፍስ ኩን ሆጂዻን ምት። 10 ኑ ሆጂ ሀርከሳቲ፤ ሆጂ ጋሪ ዋቅን ዱራን ዱርሴ አከ ኑ ሆጄትኑፍ ቆጴሴ ሰነ አከ ሆጄትኑፍስ ከራ ክርስቶስ ዬሱሲን ኡመምኔ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    8 Isinis ayyaanaan karaa amantiitiin fayyitaniirtuutii; kunis kennaa Waaqaati malee hojii ofii keessanii miti; 9 akka namni tokko iyyuu of hin jajneefis kun hojiidhaan miti. 10 Nu hojii harka isaatii; hojii gaarii Waaqni duraan dursee akka nu hojjennuuf qopheesse sana akka hojjennuufis karaa Kiristoos Yesuusiin uumamne.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.