Pular para o conteúdo
Publicidade

Efesoon 4:1-3

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

Dhagna Al-Masiihii Keessatti Tokko Taʼuu

1 Kanaafuu ani kan Gooftaaf jedhee hidhame, isin waamicha itti waamamtan sanaaf akka malutti akka jiraattan isin nan kadhadha. 2 Guutumaan guutuutti gad of qabaa; garraamota taʼaa; obsa qabaadhaa; jaalalaanis wal dandaʼaa. 3 Hidhaa nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    1 ከናፉ አን ከን ጎፍታፍ ጄዼ ህዸሜ፣ እስን ዋምቸ እት ዋመምተን ሰናፍ አከ መሉት አከ ጅራተን እስን ነንከዸዸ። 2 ጉቱማን ጉቱት ገድ ኦፍ ቀባ፤ ገራሞተ ተኣ፤ ኦብሰ ቀባዻ፤ ጃለላንስ ወል ደንደኣ። 3 ህዻ ነጋቲን ቶኩማ ሀፉራ ኤጉፍ ጨራቃ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Kanaafuu ani kan Gooftaaf jedhee hidhame, isin waamicha itti waamamtan sanaaf akka malutti akka jiraattan isin nan kadhadha. 2 Guutumaan guutuutti gad of qabaa; garraamota taʼaa; obsa qabaadhaa; jaalalaanis wal dandaʼaa. 3 Hidhaa nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.