Pular para o conteúdo
Publicidade

Miilkiyaas 3:7

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

7 Isin bara abbootii keessaniitii jalqabdanii sirna koo irraa jalʼattaniirtu; hin eegnes. Gara kootti deebiʼaa; anis gara keessanitti nan deebiʼaa" jedha Rabbii Allaahan Waan Hunda Dandaʼu.

"Isin garuu, ‘Nu akkamiin deebina?’ jettanii gaafattu.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    7 እስን በረ አቦቲኬሰኒቲ ጀልቀብደኒ ስርነኮራ ጀልአተኒርቱ፤ ህንኤግኔስ። ገረኮት ዴብኣ፤ አንስ ገረኬሰንት ነንዴብኣ" ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ።

    "እስን ገሩ፣ ‘ኑ አከሚን ዴብነ?’ ጄተኒ ጋፈቱ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    7 Isin bara abbootii keessaniitii jalqabdanii sirna koo irraa jalʼattaniirtu; hin eegnes. Gara kootti deebiʼaa; anis gara keessanitti nan deebiʼaa" jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.

    "Isin garuu, ‘Nu akkamiin deebina?’ jettanii gaafattu.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Malaquias
Ver todos os capítulos de Malaquias