Pular para o conteúdo
Publicidade

Nahimiyaa 9

5 Lewwonni jechuunis Yeeshuuʼaan, Qadmiiʼeel, Baaniin, Hashabniyaan, Sheereebiyaan, Hoodiyaa, Shebaniyaanii fi Phetaayaadhaan, "Kaʼaatii Rabbii Allaah keessan isa bara baraa hamma bara baraatti jiraatu sana galateeffadhaa" jedhan.

"Maqaan kee inni ulfina qabeessi haa eebbifamu; eebbaa fi galata hundaa olittis ol ol haa jedhu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também