Pular para o conteúdo
Publicidade

Tiitoo 3

4 Yommuu gaarummaa fi jaalalli Fayyisaa keenya Allaaha mulʼatetti garuu, 5 inni sababii qajeelummaa nu hojjenneetiif utuu hin taʼin sababii araara isaatiif jedhee nu fayyise. Inni dhiqannaa lammata dhalachuutii fi haaromsuu Hafuura Qulqulluutiin nu fayyise; 6 hafuurri kunis isa Allaahan karaa Fayyisaa keenya Iisaa Al-Masiihiin arjummaadhaan nurratti dhangalaase sana;

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

Tito
Ver todos os capítulos de Tito