Pular para o conteúdo
Publicidade

Livramento

Por Bíblia Online

Deus é o grande Libertador. Através da Bíblia, vemos Deus livrando seu povo de inimigos, de perigos e da morte. Quem clama ao Senhor, Ele ouve e liberta.

Deus ouve e livra

Clamaram ao Senhor na sua tribulação, e Ele os livrou das suas angústias. O Senhor é refúgio e a salvação dos que nele confiam.

Qajeeltonni gargaarsaaf iyyatu; Rabbii Allaahanis isaan dhagaʼa.

Rakkina isaanii hunda keessaas isaan baasa.

Inni na waammata; anis nan deebisaaf;

rakkina keessatti ani isa wajjin nan taʼa;

isa nan oolcha; ulfinas nan kennaaf.

Anis Rabbii Allaahan, "Inni iddoo ani itti kooluu galuu fi daʼannoo koo ti;

Allaah koo kan ani amanadhuu dha" nan jedha.

Inni dhugumaan kiyyoo adamsaa jalaa,

dhukkuba nama fixu jalaas si baasa.

Allaahan keenya Allaah fayyinaa ti; duʼa jalaa baʼuunis

Rabbii Allaah Goofticha biraa dhufa.

Akka ani fuula Allaaha dura,

ifa jireenyaa keessa deddeebiʼuuf,

ati lubbuu koo duʼa jalaa,

miilla koos gufachuu oolchiteertaatii.

Warra dadhabaa fi rakkattoota baraaraa;

harka jalʼootaatiis isaan baasaa.

Rabbii Allaah, na fayyisuutti gammadi;

yaa Rabbii Allaah, na gargaaruudhaaf dafii kottu.

Kanaafuu namni amanamaan kam iyyuu,

yeroo ati itti argamtutti si duratti duʼaa haa godhatu;

lolaan bishaan guddaas isa bira hin gaʼu.

Livramento poderoso

Deus livrou Daniel dos leões, os jovens hebreus do fogo e Israel do Egito. Seu braço não é curto para salvar.

Yaa Mootii, nu yoo boolla ibiddi keessaa balaliʼutti darbatamne, Allaahan nu isa tajaajillu sun nu oolchuu dandaʼa; harka keetii illee nu baasuu dandaʼa. Yaa Mootii, yoo inni nu baasuu baate iyyuu nu waaqeffatamtoota kee akka hin tajaajille yookaan fakkii warqee ati dhaabde sanaaf akka hin sagadne akka beektu barbaanna."

Inni diina koo isa jabaa jalaa, amajaajota koo

warra akka malee natti ciman jalaas na baase.

Innii fi Daawud garuu lafa qotiisaa walakkaatti iddoo qabatan. Isaanis irraa ittisuudhaan Filisxeemota fixan; Rabbii Allaahanis moʼannaa guddaa isaaniif kenne.

Yoo isin isaan miitanii isaan immoo natti booʼan ani dhugumaan booʼicha isaanii nan dhagaʼa.

"Bara duriitii jalqabee ani isuma.

Namni tokko iyyuu harka kootii waa baasuu hin dandaʼu.

Ani nan hojjedha; eenyutu dhowwuu dandaʼa?"

Redenção e restauração

Todo aquele que invocar o nome do Senhor será salvo. Deus livra do pecado, da morte e de todo mal aqueles que se humilham diante dele.

"Namni maqaa Gooftaa waammatu hundinuu ni fayyaatii."

Egaa amma maal eegda ree? Kaʼii maqaa isaa waammachaa cuuphamiitii cubbuu kee of irraa dhiqi.

akkasumas Ilma isaa isa inni warra duʼan keessaa kaase jechuunis Iisaa isa dheekkamsa dhufu jalaa nu baasu sana akka shamaayʼun irraa eeggattan ni himu.

yoo sabni koo kan maqaa kootiin waamamu gad of qabee na duratti duʼaa godhate, yoo inni fuula koo barbaadee karaa isaa hamaa sana irraa deebiʼe, ani shamaayʼun irraa dhagaʼee cubbuu isaa dhiiseefii biyya isaa nan fayyisa.

Akka Abbaan Ilmaan ulfina argatuuf ani waan isin maqaa kootiin kadhattan kam iyyuu nan raawwadha. Yoo isin maqaa kootiin waan kam iyyuu na kadhattan ani nan raawwadha.

Iisaan Akka Hafuura Qulqulluu Erguu Abdachiise

"Isin yoo na jaallattan ajaja koo eegaa. Ani Abbaa nan kadhadha; innis akka inni bara baraan isin wajjin jiraatuuf Jajjabeessaa biraa isinii kenna;

Akka Allaahan cubbamoota hin dhageenye ni beekna. Inni nama isa waaqeffatuu fi fedhii isaa guutu dhagaʼa.

Allaahatti dhiʼaadhaa; innis isinitti ni dhiʼaataa. Isin cubbamoonni harka keessan dhiqadhaa; warri yaada lama qabdanis garaa keessan qulqulleeffadhaa.

Erga isin warri hamoon iyyuu kennaa gaarii ijoollee keessaniif kennuu beektanii, abbaan keessan inni shamaayʼun irraa immoo hammam caalchisee warra isa kadhataniif kennaa gaarii haa kennuu ree!

Inni Allaah duratti duʼaa godhata; isa birattis fudhatama argata;

fuula Allaaha ni arga; ni ililchas;

Allaahanis gara qajeelummaa isaa kan duriitti isa ni deebisa.

Seja o primeiro

Este artigo te tocou? Faça uma oração!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.