Luz do mundo
Jesus declarou: 'Eu sou a luz do mundo.' A luz é metáfora central da Bíblia — Deus é luz, Cristo é luz, e os cristãos são chamados a brilhar como filhos da luz neste mundo.
Jesus, a luz do mundo
Jesus disse: quem me segue não andará em trevas, mas terá a luz da vida. Ele é a verdadeira luz que ilumina todo homem.
Iisaan ifa addunyaa ti
Iisaan ammas, "Ani ifa addunyaa ti. Namni na duukaa buʼu kam iyyuu ifa jireenyaa qabaata malee dukkana keessa hin deddeebiʼu" jedhee isaanitti dubbate.
Iisaan ifa addunyaa ti
Iisaan ammas, "Ani ifa addunyaa ti. Namni na duukaa buʼu kam iyyuu ifa jireenyaa qabaata malee dukkana keessa hin deddeebiʼu" jedhee isaanitti dubbate.
Jireenyi isa keessa ture; jireenyi sunis ifa namootaa ture. Ifni sun dukkana keessatti ni ibsa; dukkanni garuu isa hin moʼanne.
Ifni sun dukkana keessatti ni ibsa; dukkanni garuu isa hin moʼanne.
Ifni sun dukkana keessatti ni ibsa; dukkanni garuu isa hin moʼanne.
Ani yommuun addunyaa irra jiru, ifa addunyaa ti."
Akka namni natti amanu hundinuu dukkana keessa hin jiraanneef ani ifa taʼee gara addunyaa dhufeera.
Murtiin sunis isa kana: Ifni gara addunyaa dhufe; namoonni garuu waan hojiin isaanii hamaa tureef ifa caalaa dukkana jaallatan. Namni waan hamaa hojjetu kam iyyuu ifa jibba; akka hojiin isaa ifatti hin baafamneefis gara ifaa hin dhufu. Namni dhugaa hojjetu kam iyyuu garuu akka hojiin isaa akka fedhii Allaahatti hojjetamuun isaa mulʼatuuf gara ifaa dhufa.
Deus é luz
Deus é luz e nele não há treva alguma. Se andarmos na luz, temos comunhão uns com os outros e o sangue de Jesus nos purifica.
Ifaa fi Dukkana
Ergaan nu isa irraa dhageenye, kan isinittis labsinu isa kana: Kunis akka Allaahan ifa taʼee fi akka dukkanni gonkumaa isa keessa hin jirree dha.
Ifaa fi Dukkana
Ergaan nu isa irraa dhageenye, kan isinittis labsinu isa kana: Kunis akka Allaahan ifa taʼee fi akka dukkanni gonkumaa isa keessa hin jirree dha. Nu isa wajjin tokkummaa qabna jennee yoo dukkana keessa deddeebine ni sobna; dhugaa sanaanis hin jiraannu. Garuu akkuma inni ifa keessa jiru sana, nus yoo ifa keessa deddeebine walii wajjin tokkummaa qabna; dhiigni Ilma isaa Iisaa cubbuu hundumaa irraa nu qulqulleessa.
Garuu akkuma inni ifa keessa jiru sana, nus yoo ifa keessa deddeebine walii wajjin tokkummaa qabna; dhiigni Ilma isaa Iisaa cubbuu hundumaa irraa nu qulqulleessa.
Garuu akkuma inni ifa keessa jiru sana, nus yoo ifa keessa deddeebine walii wajjin tokkummaa qabna; dhiigni Ilma isaa Iisaa cubbuu hundumaa irraa nu qulqulleessa.
Kennaan gaariin hundinuu, kennaan mudaa hin qabne hundinuus Abbaa ifaa isa akka gaaddidduu hin geeddaramne sana biraa gubbaadhaa gad buʼa.
Kennaan gaariin hundinuu, kennaan mudaa hin qabne hundinuus Abbaa ifaa isa akka gaaddidduu hin geeddaramne sana biraa gubbaadhaa gad buʼa.
Vós sois a luz do mundo
Jesus disse aos discípulos: vós sois a luz do mundo. Não se esconde uma cidade edificada sobre um monte. Brilhem a vossa luz!
"Isin ifa addunyaa ti. Magaalaan gaara gubbaa jiru tokko dhokachuu hin dandaʼu. Yookaan namoonni ibsaa qabsiisanii gombisaa jala hin kaaʼan. Qooda kanaa baattuu isaa irra kaaʼu; ibsaan sunis namoota mana keessa jiran hundaaf ifa kenna. Akka namoonni hojii keessan isa gaarii arganii abbaa keessan kan shamaayʼun irraatiif ulfina kennaniif ifni keessanis akkasuma fuula namootaa duratti haa ifu.
"Isin ifa addunyaa ti. Magaalaan gaara gubbaa jiru tokko dhokachuu hin dandaʼu.
Yookaan namoonni ibsaa qabsiisanii gombisaa jala hin kaaʼan. Qooda kanaa baattuu isaa irra kaaʼu; ibsaan sunis namoota mana keessa jiran hundaaf ifa kenna. Akka namoonni hojii keessan isa gaarii arganii abbaa keessan kan shamaayʼun irraatiif ulfina kennaniif ifni keessanis akkasuma fuula namootaa duratti haa ifu.
sabni dukkana keessa jiraatu,
ifa guddaa argeera;
warra biyya gaaddidduu duʼaa keessa jiraataniifis,
ifni baʼeera."
Isin garuu akka galata isa dukkana keessaa gara ifa isaa dinqisiisaatti isin waame sanaa labsitaniif dhaloota filatame, luboota mootii, saba qulqulluu, saba Allaaha kan addaa taataniirtu.
Isin garuu akka galata isa dukkana keessaa gara ifa isaa dinqisiisaatti isin waame sanaa labsitaniif dhaloota filatame, luboota mootii, saba qulqulluu, saba Allaaha kan addaa taataniirtu.
Isin hundi ijoollee ifaa ti; ijoollee guyyaatis. Nu warra halkanii yookaan warra dukkanaa miti.
A luz nas Escrituras
A Palavra de Deus é lâmpada para nossos pés e luz para o caminho. Ela ilumina, revela e nos guia na verdade.
Dubbiin kee miilla kootiif ibsaa dha;
daandii kootiif immoo ifa.
Dubbiin kee miilla kootiif ibsaa dha;
daandii kootiif immoo ifa.
Ibsamuun dubbii keetii ifa kenna;
wallaalotaafis hubannaa kenna.
Rabbii Allaahan ibsaa kootii fi fayyina koo ti;
ani eenyunan sodaadha?
Rabbii Allaahan daʼoo jireenya kootii ti;
eenyutu na sodaachisa?
Burqaan jireenyaa si bira jiraatii;
nu ifa keetiin ifa argina.
Rabbii Allaah ati ibsaa koo jabeessitee ni ibsita;
Allaahan koo dukkana koo ifatti ni geeddara.
Karaa kee Rabbii Allaahatti kennadhu;
isa amanadhu; inni siif milkeessa.
Inni qajeelummaa kee akka aduu ganamaatti,
murtii kee immoo akka aduu saafaatti ibsa.
Akka ani fuula Allaaha dura,
ifa jireenyaa keessa deddeebiʼuuf,
ati lubbuu koo duʼa jalaa,
miilla koos gufachuu oolchiteertaatii.
Rabbii Allaah, Allaah Waan Hunda Dandeessu
iddoo keenyatti nu deebisi;
akka nu fayyinuufis fuula kee nurratti ibsi.
Harka kee mirgaatiin, irree keetii fi ifa fuula keetiitiin dhaalan malee
isaan goraadee isaaniitiin lafa sana hin dhaalle;
yookaan irreen isaanii moʼannoo isaaniif hin fidne;
ati isaan jaallatteertaatii.
Fuulli kee tajaajilaa kee irratti haa ifu;
jaalala kee kan hin geeddaramne sanaanis na baraari.
Luz versus trevas
A luz brilha nas trevas e as trevas não a venceram. Cristãos são chamados a não ter comunhão com as trevas, mas a expô-las.
Allaahan addunyaa kanaa akka namoonni hin amanin ifa injiila ulfina Al-Masiihii isa fakkaattii Allaaha taʼe sanaa arguu hin dandeenyeef qalbii isaanii jaamseera. Nu akka Iisaa Al-Masiihiin Gooftaa taʼe lallabna malee of hin lallabnu; nu mataan keenya Iisaaf jennee tajaajiltoota keessan. Allaahan, "Dukkana keessaa ifni haa ifu" jedhe sun akka fuula Al-Masiihii irraa ifa beekumsa ulfina Allaaha nuu kennuuf ifa isaa garaa keenya keessatti ibseeraatii.
Allaahan, "Dukkana keessaa ifni haa ifu" jedhe sun akka fuula Al-Masiihii irraa ifa beekumsa ulfina Allaaha nuu kennuuf ifa isaa garaa keenya keessatti ibseeraatii.
Warra Hin Amanneen Walitti Hin Camadaminaa
Warra hin amanneen walitti hin camadaminaa. Qajeelummaa fi jalʼinni maal wal irraa qabu? Yookaan ifni dukkana wajjin tokkummaa maalii qaba?
Abdiin inni itti isin waame maal akka taʼe, badhaadhummaan dhaala qulqullootaa ulfina qabeessi maal akka taʼe akka beektaniif iji qalbii keessanii akka isinii banamu Allaah duratti duʼaa nan godha;
Sabni dukkana keessa jiraatu ifa guddaa argeera;
warra biyya dukkana limixii keessa jiraataniifis ifni baʼeera.
Ulfina Xiyoon
"Ifni kee dhufeeraatii kaʼii ibsi;
ulfinni Rabbii Allaah siif baʼeera.
Ulfina Xiyoon
"Ifni kee dhufeeraatii kaʼii ibsi;
ulfinni Rabbii Allaah siif baʼeera.
Kunoo, dukkanni lafa,
dukkanni hamaan immoo uummattoota haguuga;
Rabbii Allaahan garuu siif kaʼeera;
ulfinni isaas sirraa mulʼata.
Saboonni gara ifa keetii,
mootonni immoo gara ifa kee 2 isa bariitti ni dhufu.
"Yaa uummata koo na dhaggeeffadhaa;
yaa saba koo na dhagaʼaa;
seerri na biraa baʼa;
murtiin koos sabootaaf ifa taʼa.
Proclamar a luz
Os cristãos são embaixadores da luz, chamados a proclamar as virtudes daquele que nos chamou das trevas para a sua maravilhosa luz.
Gooftaan akkana jedhee nu ajajeeraatii;
" ‘Ani akka ati Namoota Ormaatiif ifa taatee,
hamma qarqara lafaatti fayyina geessituuf si filadheera.’"
Gooftaan akkana jedhee nu ajajeeraatii;
" ‘Ani akka ati Namoota Ormaatiif ifa taatee,
hamma qarqara lafaatti fayyina geessituuf si filadheera.’"
Ani garuu hamma guyyaa harʼaatti gargaarsa Allaaha qaba; kanaafuu ani dhaabadhee xinnaa guddaaf dhugaa baʼaan jira. Ani waan nabiiʼiyyoonnii fi Muusaan ‘Ni taʼa’ jedhanii dubbataniin alatti waan tokko illee hin dubbadhu. Kunis akka Al-Masiihiin dhiphachuu qabu, akka inni warra duʼan keessaa kaʼuudhaan kan jalqabaa taʼee saba isaatii fi Namoota Ormaatiif ifa labsuu dha."
Allaahanis, "Ifni haa taʼu" jedhe; ifnis ni taʼe.
" ‘ "Rabbii Allaahan si haa eebbisu;
si haa eegus;
Rabbii Allaahan fuula isaa siif haa ibsu;
garaa siif haa laafu.
Rabbii Allaahan fuula isaa gara keetti haa deebisu;
nagaas siif haa kennu." ’
Inni waan gad fagoo fi waan dhokfame ni mulʼisa;
waan dukkana keessa jiru ni beeka;
ifnis isa wajjin jiraata.
Aduun yookaan jiʼi magaalattiif ibsuun hin barbaachisu; ulfinni Allaaha ifa kennaafiitii; Hoolichis ibsaa ishee ti.
Siʼachi halkan hin jiru. Ifni ibsaa yookaan ifni biiftuu isaan hin barbaachisu; Allaahan Gooftaan ifa isaaniif kennaatii. Isaanis bara baraa hamma bara baraatti ni moʼu.
Ibsaa fi Baattuu Isaa
"Namni kam iyyuu ibsaa qabsiisee okkotee keessa hin dhoksu yookaan siree jala hin kaaʼu. Qooda kanaa akka warri ol seenan ifa arguu dandaʼaniif baattuu ibsaa irra kaaʼu.
Iji kee ibsaa dhagna keetii ti. Iji kee fayyaa taanaan, dhagni kee guutuun ifaan guutama. Yoo iji kee fayyaa hin taʼin garuu dhagni kees dukkanaan guutama.
Wanni isin dukkana keessatti dubbattan, ifa guyyaatiin dhagaʼama; wanni isin gola keessatti gurratti hasaastanis bantii manaa irraa labsama.
Este artigo te tocou? Faça uma oração!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.