Pular para o conteúdo
Publicidade

Sobre ter filhos

Por Bíblia Online

Filhos são uma dádiva do Senhor, uma herança que Deus confia aos pais. A Bíblia celebra a maternidade e a paternidade como vocações sagradas e fontes de bênção.

Filhos: herança do Senhor

A Escritura declara que os filhos são bênção de Deus. Cada criança é um presente precioso confiado aos pais para ser cuidado com amor.

Kunoo, ijoolleen kennaa Rabbii Allaah ti;

iji gadameessaas badhaasa isaa ti.

Ijoolleen dargaggummaa keessa dhalchan,

akkuma xiyya harka goota tokkoo keessa jiruu ti.

Namni korojoon isaa xiyyaan guutame eebbifamaa dha.

Inni yommuu karra duratti diinota isaatiin falmutti hin qaanaʼu.

Niitiin kee mana kee keessatti,

akka muka wayinii kan ija naqatee ni taati;

ijoolleen kees naannoo maaddii keetiitti,

akka lataa muka ejersaa ni taʼu.

Inni akkuma haadha ijoollee kan gammachuudhaan jiraattuutti,

dubartii maseena mana ishee keessa ni jiraachisa.

Haalleluuyaa.

Allaahanis isaan eebbisee, "Horaa, baayʼadhaas; lafa guutaatii harka keessan jalattis bulfadhaa. Qurxummii galaanaa irratti, simbirroota shamaayʼun irratti, uumama lafa irra munyuuqu hunda irratti aangoo qabaadhaa" jedheen.

Instruir nos caminhos de Deus

A Bíblia orienta os pais a instruir seus filhos nos caminhos do Senhor desde cedo, com dedicação, disciplina e exemplo.

Daaʼima tokko karaa inni irra deemuu qabu barsiisi;

inni gaafa dulloome iyyuu karaa sana irraa hin jalʼatu.

Dubbiiwwan koo kanneen garaa fi qalbii keessanitti qabadhaa; akka mallattootti harkatti hidhadhaa; adda keessan irrattis maxxanfadhaa. Ijoollee keessanis barsiisaa; yeroo mana teessu, yeroo karaa deemtu, yeroo ciiftuu fi yeroo dammaqxutti waaʼee isaanii odeessi.

Yaa abbootii, isinis akka ijoolleen keessan abdii hin kutanneef tuttuqxanii isaan hin aarsinaa.

Ilma kee adabadhu, inni nagaa siif kenna;

lubbuu kees ni gammachiisa.

Cada vida é preciosa

Deus conhece e forma cada criança no ventre. Antes de nascer, Ele já nos separou e preparou um propósito para cada vida.

"Ani utuu gadameessa keessatti si hin uumin dura si beeke;

utuu ati hin dhalatin dura addaan si baafadhe;

akka ati sabootaaf nabiiʼiyyii taatuufis si muude."

Ati namummaa koo isa keessaa uumteertaatii;

gadameessa haadha koo keessattis na tolchite.

Ani sababii haala sodaachisaa fi dinqisiisaadhaan uumameef

sin galateeffadha;

hojiin kee dinqisiisaa dha;

kanas ani akka gaariittan beeka.

Yeroo ani iddoo dhoksaatti uumame,

lafeen koo si duraa hin dhokanne.

Yeroo ani dhidhima lafaa keessatti tolfame,

Sababii diinota keetiitiif, amajaajii fi nama haaloo baafatu

afaan qabachiisuuf jettee, afaan daaʼimmaniitii fi

mucoolii harma hodhanii irraa galata qopheessiteerta.

Iisaanis, "Ijoolleen xixinnoon gara koo haa dhufaniitii hin dhowwinaa; mootummaan shamaayʼun kan warra akkanaatii" jedhe.

Seja o primeiro