3Ani beekkumsa kiyya fagoo irraa hin fida;Waaqi na dade balchaa akka te’eani hin mudhisa.
24Hujii isaa ta nami faaru’uun leellifatuatille akka leellifattu yaadadhu.
27«Bisaan lafa irraa ol fuudheegara copha bokkeyaa ka deebisu Waaqa.
276 resultados encontrados
3Ani beekkumsa kiyya fagoo irraa hin fida;Waaqi na dade balchaa akka te’eani hin mudhisa.
24Hujii isaa ta nami faaru’uun leellifatuatille akka leellifattu yaadadhu.
27«Bisaan lafa irraa ol fuudheegara copha bokkeyaa ka deebisu Waaqa.
14Waan hujjanu mara jaalalaan huja’a.
22Ka Goottaa hin jaalanne yoo jiraate, ka abaarame te’uu ti! Goottaa keenna koottu!16:22Goottaa keenna koottu: Afaan Aramaykiitiin, «Maaranaataa» jedhama
24Jaalalli kiyya karaa Kiristoos Yesuusiitiin isin duudii woliin jiraatu. Ameen.
5Mootiin Waan Maraa qacha’aa fi xelleephoo ilmaan namaa ijaarane san ilaaliisaaf gad bu’e.
12Arfaaksaad dhalatee woggaa soddomii shanitti, Shalaa uumate;
16Ebeer dhalatee woggaa soddomii afuritti, Feleg uumate;
7Addee Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti filatutti foon iffeeliitii nyaadhu; ganama gara dunkaanii teetii deebi’ii deemi.
8Guyyoota jaa daabboo uukoo hin qanne nyaadhu; guyyaa torbeesso’oo Mootii Waan Maraa Waaqa keetiif yaa’iin woyyittiin godhantuu ti; guyyaa san hin hujin.
21Addee ciinca’aa ta Mootii Waan Maraa Waaqa keetii biratti utubaa waaqa dharaa ta «Asheeraa» jedhantuu hin dhaabin.
4dhossa’aan Yesuus qabiisaa fi ijjeesisiisaaf mari’atane.
27Inni muduunuulle fuudhee, Waaqaaf galata galcheen duuba, isaaniif kennee, «Isin martinuu, itti una’a;
68«Masiihii! Eentu si dhowe? Nuu raagi» jedhaneen.
4Qachaa Zo’aanii keessatti qondaaltota qabaattanulle, worri isin ergitane qachaa Gibxi’ii Hanees geyanulle,
6Marroo bineensota biyya Negebii wonni dubbatame asii gad jirti: worri ergame karra ifii harre’etti, meya gatii guddo’oo ka ifiille gaalatti fe’atanee, lafa soda’aa fi rakkinni jiru keessa deemanee, addee neenqi dhala’aa fi kormi, buuti’ii fi dhudhuufaan gugatu jiranu keessa dabaranee, gara kolbaa isaaniif bu’aa hin qannee,
12Tanaaf Waaqi Woyyichi Israa’elii, «Isin waan ani isinitti dubbadhu waan tuffataneef, nama cunqursiisaa fi sobiisatti waan addattaneef,
16‹Waawwo’o! Nuuti fardo’oon hin baqanna› jettan; tanaaf isin hin baqattan; isin, ‹Fardoo qolchoolee irra teenna› jettan; worri isin ari’ulle qolchaa hin te’a.
30Addee waaqonfanna’aa teessan hin balleessa; addee ciinca’aa teessan ta hixaanni irratti aarfamu hin diiga; reeffa keessan waaqota dharaa keessan ka lubbuu hin qanne san irratti hin tuula; isinille hin diqadha.
32Diinoti keessan ka lafa teessan keessa le’anu, dhagganee akka rifatanu lafa teessan hin onsa.
40«Te’uu malee isaan cubbuu ifiitii fi cubbuu abbootii ifii ta isaan maltumma’aan na mormatane yoo faaci’atane,
1Mootiin Waan Maraa Muuse’een,
22Mootiin Waan Maraa Muuse’een,
24« ‹Mootiin Waan Maraa isin eebbisu, isin eegu!
1Ee Waaqa, gadhaan kiyya hin mamu;ani gadhaa tokkochaan,meya faaru’uu ka adda addaatiin hin faarfadha!
3Ee Mootii Waan Maraa,ani gosa biyya adda addaa oddu’utti si galateeffadha.Ani gosa biyya adda addaa oddu’utti faaru’uun si leellisa.
5Ee Waaqa, ol-gubba’aan gubba’atti saadami;ulfinni keeti lafa duudii irratti te’uu ti.
6Nama foonii irraa ka dhalate foon; ka Ayyaana irraa dhalate ammoo Ayyaana.
18«Ka Ilma isaatitti dhugeeffatutti hin murantu; ka isatti hin dhugeeffanne ammoo, waan inni Ilma Waaqaa tokkochatti hin dhugeeffatiniif, ammumaayyuu itti muranteerti.
33Nami dhugaa baya isaa fudhate ammoo, Waaqi dhugaammessa akka te’e kanaan mirkaneesse.
19«Nami horii woliin rafe ijjeefamuu ti.
24Ani isinitti aaree, shallaaga’aan isin hin ijjeesa; niitiin teessan haadha hiyyeessaa hin teeti; ijoolleen teessanille ta abbaa hin qanne hin teeti.
28«Waaqa hin faanshessina’a yookiin bulchaa kolbaa teessanii hin abaarina’a.
7Moromaa heddu’uun duuba Pheexroos ol ka’ee, «Obboleeyyan tiyya, worri Yihudoota hin te’in karaa kiyyaan Oduu Gammadaa dhage’ee akka dhugeeffatuuf, tanaan dura Waaqi isin keessaa akka na file hin beettan.
10Yoona ba’aa abbootii teennaalle te’e nuuti ba’atiisaaf hin dandeenne, qaacira dhugeeffattootaa irratti feetanee, maaf Waaqa haga ilaaltan?
19«Tanaaf akka yaada kiyyaatitti, worra Yihudoota hin te’in ka gara Waaqaa deebi’anu rakkisuu hin qannu.
4«Ani nama komadhaa ree?Maaf ossa hin dhanne ree?
13Isaan qananumma’aan bara ifii fixatan;farra malee du’an.
14«Isaan Waaqaan,‹Nuuti karaa keeti beekuu hin feenu;nu irraa fagaadhu.
1Abrahaam Saafowa seensuma dunkaana ifii dura tee’eeruun, qilxaa Mamre’ee biratti, Mootiin Waan Maraa isatti mudhate.
4Me, bisaan diqqaa isaa isinii fida; miila keessan dhiqadha’aatii, muka kana jalatti foorfadha’a.
33Mootiin Waan Maraa Abrahaam woliin dubbatee fixateen duuba deeme; Abrahaamille gara addee ifii deebi’e.
5Te’uu malee, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti waan si jaalateef, Bala’aamiif hin dhageenne; inni abaarsa isaa san gara eebbaa isinii jijjiire.
12Addee faalowaa, addee quttumaatiin alatti qopheeffadhu.
23Te’uu malee, Mootii Waan Maraa Waaqa keetiif fedha keetiin waadaa waan galteef, waan afaan keetiin dubbatte muummessiisaaf ifi eeggadhu.
11«Anumattuu Mootii Waan Maraa ti;ana malee fayyisaan dhibiin hin jiru.
12Ani duraan dursee himeera;isin fayyiseera;isinitti dubbadheera;waaqoti ormaa odduu teessanittitana hin goone.Ani Waaqa akka te’eisin dhugaa baatota tiyya.
18«Waan durii dedha’a;waan dabare hin yaadina’a.
6Hujiin adda addaa jirti; waan mara nama duudii keessatti ka huju Waaqa tokkochuma.
12Nafi tokkochi qooda12:12Qooda: Mitikaa adda addaa qaba; nafi tokkochi qooda hedduu qaba. Akkasuma Kiristoosille akka nafa tokkocha qooda hedduu qabuu ti.12:12 Rom. 12:4-5
20Kanaaf akka amma jirutti, qoodi nafaa heddu’u; nafi ammoo tokkocha.
24Gaara Shaaferiitii ka’anee Haraadaa qubatane.
26Maqhelotii ka’anee Taahaati qubatane.
31Moserootii ka’anee Beneyaa’aakaan qubatane.
2Inni Waaqa kiyya ka nama jaalatu,kushee tiyya jadduu,dalleya dhaka’aa kiyyaa fi fayyisaa kiyya,wontee tiyya ta ani itti baqadhu,ka kolbaa tiyya hedduuna jalatti akka ajajantu godhu.
9Ee Waaqa,ani faaruu haareya si’iif hin faarsa;kiraara guddicha ribuu kudhan qabudhowataa si faarfadha.
15Kolbaan eebbi akkasii te’eef gammadduu ti;kolbaan Mootiin Waan MaraaWaaqa isi’ii te’eef gammadduu ti.
2«Jiin kun ji’a qaraa, ji’a jalqaba wogga’aa isiniif te’uu ti.
9Foon dheedhii yookiin foon iffeelame hin nyaatina’a; mataa, manye’ee fi meya gadha’aa woliin ibiddatti wodda’aatii nyaadha’a.
10Foon san irraa tokkolle haga bari’iititti hin hamburina’a; yoo hafe ibiddaan guba’a.