Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "esperança"

200 resultados encontrados

  1. Ageu 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 5–8 de 15

    5Me haala keessa jirtanu ilaala’a!

    7Kun maaf akka isin irra geye ilaala’a!

    8Amma gara koobotaa ol baya’a; muka mura’aatii fida’a; Galma kiyya deebisa’aatii ijaara’a; anille itti hin gammada, ittille hin galateeffama.

  2. Deuteronômio 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 12–20 de 33

    12«‹Ani Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti akkuma si ajaje, guyyaa Sanbataa woyyoonsii eegadhu.

    17«‹Hin ijjeesin.

    20«‹Nama irratti dharaan dhugaa hin bayin.

  3. 1 Crônicas 25

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 11–27 de 31

    11ka arfeesso’oo Izriif, ilmaan isaatii fi fira isaatiif wolumatti namoota kudhanii lamaaf,

    23ka kudha jayeesso’oo Hanaaniya’aaf, ilmaan isaatii fi fira isaatiif wolumatti namoota kudhanii lamaaf,

    27ka diddameesso’oo Eliyaata’aaf, ilmaan isaatii fi fira isaatiif wolumatti namoota kudhanii lamaaf,

  4. Lamentações 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 1–19 de 22

    1Ee Waaqa, waan nu irratti te’e qaabadhu;kunoo, salphinna keennalle dhaggi.

    6Sagalee quufiisaaf,worra Gibxi’iitii fi Asooriititti harka kennanne.

    19Ee Waaqa, ati ammoo,haga bara baraa mooti’i;barcumaan mootummaa teetiilledhalootaa haga dhalootaatitti jiraata.

  5. Gênesis 49

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 49
    Mostrando versículos 14–18 de 33

    14«Yisaakor akka harree jadduu,wodhakkaa fe’iisaa ciittuu ti.

    15Ammoo addeen isaa ta fooraa dansaa,latti isaalleattam akka gammachiittu yennaa dhagge,fe’amiisaaf dudda ifii cillaaffatee garba te’a.

    18«Ee Mootii Waan Maraa,ani fayyisiisa keeti eegadha.

  6. Ezequiel 23

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 2–36 de 49

    2«Ee ilma namaa! Obboleeyyan durraa lamaan ta haadha takkaa irraa dhalatane jiraniiyyu.

    14«Isiin sagaagalummaa ifii ittuma dabalte. Isiin fakkii dhiira worra Kaldootaa ta halluu diintu’uun dhaaba manaa irratti kaafamaneeranu dhaggite.

    36Ammalle Mootiin Waan Maraa anaan, «Ee ilma namaa! Ahola’aa fi Aholiiba’atti muriisaaf qophoottaa ree? Maarre hujii isaanii diqachiittuu san isaanitti himi.

  7. 2 Coríntios 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 1–16 de 18

    1Waaqi marartii ifiitiin tajaajila kana waan nu’uu kenneef addii hin kutannu.

    9Miidhaan nu’u irra hin geya, ammoo jaalota dhannee hin beennu; dhowannee hin jinna, ammoo hin duunu.

    16Tanaaf addii hin kutannu. Nafi keenna ka gubba’aa dulloomaa dadhabaa jiraatulle, nafi keenna ka keessaa guyyuma guyya’aan hin haareffama.

  8. Filipenses 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 1–21 de 23

    1Maarre tanaaf, obboleeyyan tiyya ta ani jaaladhuu fi dharra’u, ta gammadaa fi kallacha kiyya teetane4:1Kallacha kiyya teetane: Ta ani isiniin gammaduu fi boonu, Gootta’aan jabaadha’aa dhaabbadha’a.

    20Waaqa Abbaa keennaaf ulfinni bara baraa haga bara baraa te’u! Ameen.

    21Kolbaa Waaqaa maratti maqaa Yesuus Kiristoosiitiin nageya naaf hima’a; obboleeyyan asi na woliin jirtulle nageya isiniif dhaanti.

  9. 2 Timóteo 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 4–17 de 17

    4ka dabarsanee nama kennanu, jajjartoota, ka ana malee jedhanu te’an; isaan Waaqa caalaa gammada jaalatan;

    5isaan dhugeeffannaa waan qabanu fakkaatan, ammoo hunna isi’ii mormataneeran. Worra akkasii irraa ifi eegadhu.

    17Nami Waaqaa hujii dansaa maraaf ka dandeettii qabu te’ee, ka hidhatee qophowe akka te’u godha.

  10. Efésios 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–13 de 23

    1Ana Phawuloosii fedha Waaqaatiin ergamaa Kiristoos Yesuusii te’e irraa:Worra Kiristoos Yesuusiif addatantane, kolbaa Waaqaa ta Efesoon keessa jirtanuuf,1:1 HuE. 18:19-21

    9Waaqi akkuma duraan karaa Kiristoosiitiin karoorfate, dhossaa fedha ifii akka halchaa ifii dansa’aatitti akka nuuti beennu godhe.

    13Isinille ergaa dhuga’aa, Oduu Gammadaa ta fayyinna keessanii yennaa dhageettane Kiristoositti dhugeeffattanee, Chaappaa Ayyaana Woyyicha waadaa galame te’een mallatteeffantaneertan.

  11. João 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 21–35 de 47

    21Akkuma Abbaan worra du’ane kaasee jiruu isaanii kennu, akkasuma Ilmille ka ifii fedheef jiruu kenna.

    25Ani dhugaa isinitti hima, yennaan worri du’ane qoonqoo Ilma Waaqaa dhage’anu dhufaarti; ammumaayyuu dhutteerti; worri isii dhage’u jiru’uun le’a.

    35Yohaannis akka xassaa bobe’ee ifuu ti; isin yenna’aaf ifa isaatitti gammadu’uuf barbaaddane.

  12. Hebreus 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 2–20 de 40

    2Worri durii dhugeeffanna’aan Waaqa biraa fudhatama dhaggate.

    14Worri akkas dubbatanu biyya ifii eegatiisatti akka jiranu mudhisan.

    20Yisihaq waan gara duraa te’u yaadatee dhugeeffanna’aan Yaaqoobii fi Esaawu eebbise.

  13. Cânticos 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 2–11 de 13

    2Handhurti teeti kuruurruuakka qorii daadhiin woyni’ii keessaa hin dhabannee fakkaatti.Uffaan keeti tuulaa qamadi’iita daraaraan itti naanneffame fakkaata.

    6Ee, jaalallee tiyya!Ati attam attam miidhadda!Ati attam attam tolta!Attam attam nama gammachiitta!

    11Jaalallee kiyya, koy!Baadiyyaa dhandhee,ollaa keessa bullaa ti.

  14. Oséias 13

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 3–12 de 16

    3Tanaaf, isaan akka hurrii ganamaa ti; akka fixeensa bari’iin dafee bu’uu ti; akka hicaacee eeddummee keessaa qilleensi fudhatuu, akka aara karaa fodda’aatiin bayuu hin te’an.

    5Ani goomolee keessatti, lafa o’a bobe’a keessatti isin eege.

    12«Yakkaan Efreemii kuufanteerti; cubbuun isaa galmeeffanteerti.

  15. Neemias 7

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 12–35 de 73

    12sanyiin Elaamii kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi shantamii afur;

    24sanyiin Haarifii dhibba tokkoo fi kudhanii lama;

    35sanyiin Haariimii dhibba sadii fi diddama;

  16. 1 Pedro 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 9–14 de 22

    9Eebbisa’a malee, hammeenna hammeennaan, arraba arrabaan hin deebisina’a; sababille isin waan akkasii kana godhiisaan eebba akka dhaaltanuuf waammantane.

    11Inni hammeenna irraa garagalee dansaa godhuu ti.Nageya barbaaduu ti; hordofatuutille’e.

    14Waan dansaa hujiisaan rakkoo yoo fudhattanelle eebba hin dhaggattan; sossodaachisiisa namaa hin sodaatina’a; hin raafaminaalle’e.

  17. Salmos 65

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 65
    Mostrando versículos 1–11 de 13

    1Ee Waaqa, Xiyoon keessattisi leellisuu,waadaa si’iif gallelle muummessuu qanna.

    5Ee Waaqa fayyisaa keenna,hujii maade’eeta balchumma’aatiin deebii nuuf kennita.Worri qaccee lafaaabbaaya’aan gama fagoo jiru martilleaddii sitti godhata.

    11Arjummaa teetiin bara eebbitta!Gara ati dhaxxe maramidhaan baca’atti jiraata.

  18. Provérbios 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 11–22 de 31

    11Eebba worra balcha’aatiin qachaan tokko guddata;dubbii afaan worra hama’aatiin ammoo hin bada.

    13Nami hamatu dhossaa eegee hin dande’u;nami addatamaan ammoo dhossaa eega.

    22Dubartiin shaggittiin qalbii hin qanne,akka qubee worqi’iita funnaan booyye’ee irra jirtuu ti.

  19. Filemom 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 3–23 de 25

    3Abbaa keenna Waaqaa fi Goottaa Yesuus Kiristoos biraa badhaadhii fi nageenni isiniif te’u!

    6Hubantii guutuu waan dansa’aa ka nu Kiristoosiin qannuu maraa akka qabaattuuf, dhugeeffannaa teeti worra dhibi’iif qoodiisatti akka jabaattu hin daadimadha.

    23Ephafraas, ka maqaa Kiristoos Yesuusiitiif jedhee na woliin hidhamee jiru nageya si’iif dhaama.

  20. Colossenses 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 1–15 de 25

    1Yoona eega Kiristoos woliin du’aa kaatane, waan ol-gubbaa addee Kiristoos midda Waaqaatitti tee’eeru jiru barbaada’a!

    4Kiristoosiin jiruu nuuf te’e yennaa mudhatu, isinille isa woliin ulfinnaan hin mudhattan.

    15Nageenni Kiristoosii, ka isin nafa tokko te’iisaaf itti waamantane, gadhaa keessan keessatti mowuu ti; worra galateeffatulle te’a.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo