Publicidade

Isaías 11

2 Hafuurri Waaqayyoo,

Hafuurri ogummaatii fi hubannaa,

Hafuurri gorsaatii fi humnaa,

Hafuurri beekumsaatii fi kan Waaqayyoon sodaachuu isa irra qubata;

3 inni Waaqayyoon sodaachuutti ni gammada.

Inni waanuma iji isaa arguun murtii hin kennu;

yookaan waanuma gurra isaatiin dhagaʼuun hin murteessu;

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-