Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaías 26

3 Inni sitti irkateeraatii,

nama yaadni garaa isaa si wajjin jiru,

ati nagaa hirʼina hin qabneen isa eegda.

4 Sababii Waaqayyo, Waaqayyo mataan isaa,

Kattaa bara baraa taʼeef, bara baraan Waaqayyoon amanadhaa.

Veja também