Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaías 35

10 warri Waaqayyo isaan fure ni deebiʼu.

Isaan faarfannaadhaan Xiyoon seenu;

gammachuun bara baraa mataa isaanii irra jiraata.

Isaan gammachuu fi ililleedhaan guutamu;

gaddii fi booʼichi isaan irraa fagaatu.

Veja também