Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayyaas 41

13 Ani Waaqayyo Waaqni kee

harka kee mirgaa nan qabaatii;

inni, ‘Hin sodaatin;

ani sin gargaaraa’ siin jedhus anuma.

14 Yaa Yaaqoob raammoo nana,

Yaa Israaʼel xinnoo nana hin sodaatin;

ani mataan koo sin gargaaraatii" jedha Waaqayyo,

Furaan kee, Qulqullichi Israaʼel sun.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também