17 "Hiyyeeyyii fi rakkattoonni bishaan barbaadu;
garuu homaa hin argatan;
arrabni isaanii dheebuudhaan goggogeera.
Ani Waaqayyo garuu deebii nan kennaaf;
ani Waaqni Israaʼel jara hin gatu.
17 "Hiyyeeyyii fi rakkattoonni bishaan barbaadu;
garuu homaa hin argatan;
arrabni isaanii dheebuudhaan goggogeera.
Ani Waaqayyo garuu deebii nan kennaaf;
ani Waaqni Israaʼel jara hin gatu.