Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaías 43

18 "Wantoota durii irraanfadhaa;

waan darbettis hin cichinaa.

19 Kunoo, ani waan haaraa tokko nan hojjedhaa!

Innis amma ni biqila; isin hin hubattanii?

Ani gammoojjii keessatti karaa nan qopheessa;

lafa onaa keessattis burqaa nan burqisiisa.

Veja também