Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaías 45

11 "Waaqayyo, Qulqullichi Israaʼel

Uumaan ishee sun akkana jedha:

Isin waaʼee wantoota dhufuuf jiranii jechuunis,

Waaʼee ijoollee koo na gaafadhaa;

yookaan waaʼee hojii harka koo na ajajaa.

Veja também