Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayyaas 46

10 Ani dhuma waan tokkoo jalqabumatti nan labsa;

waan amma iyyuu dhufuuf jiru, ani durumaa jalqabee dubbadheera.

Ani, Kaayoon koo cimee jiraata;

waan na gammachiisu hundas nan hojjedhanan jedha.

Veja também