6 Ija keessan gara samiiwwaniitti ol qabadhaa;
lafas gad ilaalaa;
samiiwwan akkuma aaraa ni badu;
lafti akkuma wayyaa moofofti.
Jiraattonni ishees akkuma tisiisaa ni duʼan.
Fayyisuun koo garuu bara baraan jiraata;
qajeelummaan koos hin badu.