Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaías 55

10 Akkuma bokkaa fi cabbiin samiidhaa roobu sana,

akka lafti biqila biqilchitee isa facaafatuuf sanyii,

isa nyaatuuf immoo buddeena kennituuf malee

utuu ishee hin quubsin hin deebine sana,

11 dubbiin koo kan afaan kootii baʼus

fedhii koo raawwata;

kaayyoo ani isa ergeefis galmaan gaʼa malee

harka duwwaa gara kootti hin deebiʼu.

Veja também