2 Yakki keessan garuu Waaqa keessaniin
gargar isin baaseera;
akka inni isin hin dhageenyeef,
cubbuun keessan fuula isaa isin duraa dhokseera.
2 Yakki keessan garuu Waaqa keessaniin
gargar isin baaseera;
akka inni isin hin dhageenyeef,
cubbuun keessan fuula isaa isin duraa dhokseera.