8 Isaan karaa nagaa hin beekan;
murtiin qajeelaan karaa isaanii irra hin jiru.
Daandii isaanii jalʼisaniiru;
namni achi irra deemu tokko iyyuu nagaa hin beeku.