Publicidade

Isaías 61

10 Ani Waaqayyo itti guddaa nan gammada;

lubbuun koos akka malee Waaqa kootti gammaddi.

Inni akkuma misirrichi akka lubaatti mataa isaa miidhagfatu,

misirrittiin immoo faayaan of bareechitu sana,

wayyaa fayyinaa natti uffiseera

uffata qajeelummaa narra buuseeraatii.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-