Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayyaas 65

Murtii fi Fayyina

1 "Ani warra na hin iyyaafatinitti nan mulʼadhe;

warri na hin barbaadinis na argatan.

Ani saba maqaa koo hin waammatiniin,

‘Ani asan jira; ani asan jira’ nan jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também