Publicidade

Isaías 65

Samiiwwan Haaraa fi Lafa Haaraa

17 "Kunoo ani, samiiwwan haaraa fi

lafa haaraa nan uuma.

Wanni durii hin yaadatamu;

yookaan qalbii namaatti hin dhufu.

18 Isin garuu waan ani uumutti,

bara baraan gammadaa ililchaa;

ani Yerusaalemin gammachuuf,

saba ishee immoo ililleef nan uumaatii.

19 Ani Yerusaalemitti nan gammada;

saba koottis nan gammada;

siʼachi sagaleen booʼichaatii fi

iyyaa ishee keessatti hin dhagaʼamu.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-