Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Yohannis 1

Ifaa fi Dukkana

5 Ergaan nu isa irraa dhageenye, kan isinittis labsinu isa kana: Kunis akka Allaahan ifa taʼee fi akka dukkanni gonkumaa isa keessa hin jirree dha. 6 Nu isa wajjin tokkummaa qabna jennee yoo dukkana keessa deddeebine ni sobna; dhugaa sanaanis hin jiraannu. 7 Garuu akkuma inni ifa keessa jiru sana, nus yoo ifa keessa deddeebine walii wajjin tokkummaa qabna; dhiigni Ilma isaa Iisaa cubbuu hundumaa irraa nu qulqulleessa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também