22 Nama Iisaan kun Al-Masiihi miti jedhee ganu malee sobduun eenyu ree? Namni akkasii dajjaal Al-Masiihii dha; inni Abbaa fi Ilma ni gana. 23 Namni Ilma ganu kam iyyuu Abbaa illee hin qabu; namni waaʼee Ilmaa dhugaa baʼu hundinuu Abbaas qaba.
Publicidade
Publicidade