Jaalala Allaahatii fi Jaalala Keenya
7 Yaa michoota, jaalalli kan Allaaha waan taʼeef kottaa wal jaallannaa. Namni jaallatu hundi Allaah irraa dhalate; Allaahas ni beeka. 8 Sababii Allaahan jaalala taʼeef, namni hin jaallanne hundi Allaah hin beeku.