Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Yohannis 5

11 Dhuga baʼumsi sunis isa kana: Allaahan jireenya bara baraa nuu kenneera; jireenyi sunis Ilma isaa keessa jira. 12 Namni Ilma sana qabu jireenya qaba; namni Ilma Allaaha hin qabne immoo jireenya hin qabu.

Dhaamsa Xumuraa

13 Isin warri maqaa Ilma Allaahatti amantan jireenya bara baraa qabaachuu keessan akka beektaniif ani waan kana isinii barreessa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também