Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Yohannis 5

3 Allaah jaallachuun ajaja isaa eeguu dha. Ajajni isaas hin ulfaatu. 4 Namni Allaah irraa dhalatu hundinuu addunyaa ni moʼataatii. Kan addunyaa moʼatus amantii keenya. 5 Iisaan Ilma Allaaha taʼuu isaa nama amanu malee eenyutu addunyaa moʼata?

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também