10 Nama isin dhiifama gootaniif, anis dhiifama nan godha. Yoo wanti ani dhiifama godhe tokko iyyuu jiraates ani isiniif jedhee fuula Al-Masiihii duratti dhiifama godheera; 11 kunis akka Sheeyxaanni nu hin gowwoomsineefi. Nu mala isaa hin wallaalluutii.
Publicidade
Publicidade