11 Wanni hundinuu akkasitti bada erga taʼee, isin nama akkamii taʼuu qabdu ree? Jireenya qulqulluu fi Allaahaf bulu jiraachuu qabdu; 12 kanas guyyaa Allaaha eeggachaa, dhufaatii isaas ariifachiisaa gochuu qabdu. Guyyaa sana shamaayʼuniiwwan ibiddaan badu; wanni shamaayʼuniiwwan keessa jirus hoʼaan baqa.
Publicidade