7 Ani lola gaarii loleera; dorgommii xumureera; amantiis eegeera. 8 Amma gonfoon qajeelummaa na eeggata; isas Abbaa Murtii qajeelaa, Gooftichatu guyyaa sana naa kenna; kanas warra mulʼachuu isaa jaallatan hundaaf kenna malee ana qofaaf miti.
Publicidade
Publicidade