12Ifanni nama ogeessaa gurra dhaggeeffatuuf,lootii warqee yookaan faaya warqee qulqulluu ti.
19Nama hin amanamne tokko yeroo rakkootti abdachuunakkuma ilkaan cabee yookaan miilla okkoluu ti.
25Oduun gaariin biyya fagootii dhufu,akkuma bishaan qabbanaaʼaa lubbuu dheebotteef taʼuu ti.