Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Números 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 8–26 de 27

    8Inni bara itti addaan baafame sana hunda keessa kan Rabbii Allaahaf qulqulleeffamee dha.

    24" ‘ "Rabbii Allaahan si haa eebbisu;si haa eegus;

    26Rabbii Allaahan fuula isaa gara keetti haa deebisu;nagaas siif haa kennu." ’

  2. 1 Crônicas 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 4–22 de 40

    4Abiishuuwaa, Naʼamaan, Ahooʼaa,

    5Geeraa, Shefuufaanii fi Huuraam.

    22Yishiphaan, Eeber, Eliiʼeel,

  3. 1 João 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 3–7 de 24

    3Namni akkasitti isa abdatu hundinuu akkuma inni qulqulluu taʼe sana of qulqulleessa.

    4Namni cubbuu hojjetu kam iyyuu seeratti ni fincila; cubbuun finciluudhaatii.

    7Yaa ijoolle, namni tokko iyyuu isin hin gowwoomsin. Akkuma inni qajeelaa taʼe sana namni waan qajeelaa hojjetus qajeelaa dha.

  4. Gênesis 36

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 36
    Mostrando versículos 23–36 de 43

    23Ilmaan Sobaal:Aliwaan, Maanahaat, Eebaal, Shefoo fi Oonaami.

    28Ilmaan Diishaan:Uuzii fi Araan.

    36Hadaad duunaan Samlaan namichi Masreeqaa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.

  5. Jó 14

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 4–12 de 22

    4Eenyutu waan xuraaʼaa keessaa waan qulqullaaʼaa baasuu dandaʼa?Namni tokko iyyuu hin dandaʼu!

    10Namni garuu duʼee qabbarama;lubbuun isaa keessaa baati; innis hin jiraatu.

    12namnis akkasuma ni ciisa; hin kaʼus;hamma shamaayʼuniiwwan darbanittis hin dammaquyookaan hirribaa hin kaʼu.

  6. Cânticos 4

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 10–15 de 16

    10Yaa obboleettii ko, yaa misirrittii ko, jaalalli kee akkam nama gammachiisa!Jaalalli kee daadhii wayinii caalaa, urgaan shittoo keetiisurgooftuu kam iyyuu caalaa akkam namatti tola!

    13Biqiltuun kee iddoo roomaaniikan ija filatamaa heennaa fi naardoos qabuu dha;

    15Ati burqaa biqiltuu keessaa ti;bishaan boollaa yaaʼukan Libaanoon irraa gad dhangalaʼuu dha.Ishee

  7. Isaías 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 20–22 de 26

    20Marata mataa, faaya miillaa, sabbata, bilqaaxxii shittoo, kudhaama,

    21qubeelaa chaappaa, amartii funyaanii

    22wandaboo filatamaa, koofiyyaa, qoloo, korojoo harkaa,

  8. Lucas 19

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 6–38 de 48

    6Innis yommusuma gad buʼee gammachuudhaan isa simate.

    16"Garbichi jalqabaa dhufee, ‘Yaa Gooftaa, minnaaniin kee minnaanii gara biraa kudhan dhaleera’ jedheen.

    38"Mootiin maqaa Gooftaatiin dhufu eebbifamaa dha!"19:38 Zab 118:26"Nagaan shamaayʼun irratti, ulfinnis ol gubbaatti!"

  9. Deuteronômio 14

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 5–14 de 29

    5gadamsa, kuruphee, borofa, reʼee diidaa, waaliyaa, saalaa fi hoolaa tulluu.

    11Isin simbira qulqulluu kam iyyuu nyaachuu dandeessu.

    14arraagessa gosa garaa garaa,

  10. Levítico 11

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 15–37 de 47

    15arraagessa gosa garaa garaa,

    18urunguu adii, urunguu gammoojjii, allaattii raqaa,

    37Raqni tokko sanyii facaafamuuf jiru irra yoo buʼe sanyiin sun qulqulluu taʼee hafa.

  11. 1 Coríntios 13

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 4–13 de 13

    4Jaalalli obsa qaba; jaalalli arjaa dha. Inni hin hinaafu; hin kooru; ofis hin tuulu.

    8Jaalalli gonkumaa hin badu. Raajii taanaan ni darba; afaan haaraa taanaan ni hafa; beekumsas taanaan ni bada.

    13Egaa amantiin, abdii fi jaalalli sadan isaanii iyyuu ni jiraatu. Isaan keessaa garuu jaalalatu caala.

  12. Êxodo 40

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 40
    Mostrando versículos 3–11 de 38

    3Taabota kakuu seeraa isa keessa kaaʼiitii taaboticha golgaadhaan daʼeessi.

    4Minjaala ol galchiitii miʼa isaa tottolchi. Ergasiis baattuu ibsaa ol galchiitii ibsaa isaa irra dhaabi.

    11Gabatee itti dhiqatanii fi miilla isaa dibiitii isaan qulqulleessi.

  13. Salmos 18

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 18
    Mostrando versículos 26–46 de 50

    26Nama qulqulluutti qulqulluu taata;nama jalʼaatti immoo jalʼaa taata.

    32Kan humna na hidhachiisu,kan akka karaan koos nagaa taʼu godhu Allaaha.

    46Rabbii Allaahan jiraataa dha! Kattaan koo haa eebbifamu!Allaahan Fayyisaan koo ol ol haa jedhu!

  14. Mateus 9

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 5–26 de 38

    5‘Cubbuun kee siif dhiifameera’ jechuu moo ‘Kaʼii deemi’ jechuutu salphaa dha?

    24"Asii deemaa! Intalattiin rafteerti malee hin duunee" jedhe. Isaan garuu isatti kolfan.

    26Oduun waaʼee kanaas biyya sana guutuu keessa facaʼe.

  15. Romanos 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 19–35 de 39

    19Uumamni mulʼachuu ijoollee Allaaha hawwiidhaan eeggachaa jira.

    33Warra Allaahan filate eenyutu himata? Kan qajeelaa nama taasisu Allaah.

    35Jaalala Al-Masiihii irraa eenyutu gargar nu baasa? Dhiphina moo rakkina, ariʼatama moo beela, daaruu moo balaa yookaan goraadee?

  16. Hebreus 10

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 20–31 de 39

    20karaa haaraa fi jiraataa golgaa keessaan jechuunis karaa foon isaatiin nuu baname sanaan

    21waan luba guddaa mana Allaaha irratti qabnuuf,

    31Harka Allaah jiraataatti kufuun sodaachisaa dha.

  17. Números 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 14–77 de 89

    14cilfaa warqee kan saqilii kudhan ulfaatee ixaanaan guutame tokko,

    20caabii warqee kan saqilii kudhan ulfaatee ixaanaan guutame tokko,

    77aarsaa nagaatiif qaluufis sangoota lama, korbeeyyii hoolaa shan, korbeeyyii reʼee shanii fi xobbaallaawwan hoolaa shan kanneen umuriin isaanii waggaa tokko tokkoo ture.Egaa kennaan Fagiʼeel ilma Okraan kana ture.

  18. Provérbios 25

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 12–25 de 28

    12Ifanni nama ogeessaa gurra dhaggeeffatuuf,lootii warqee yookaan faaya warqee qulqulluu ti.

    19Nama hin amanamne tokko yeroo rakkootti abdachuunakkuma ilkaan cabee yookaan miilla okkoluu ti.

    25Oduun gaariin biyya fagootii dhufu,akkuma bishaan qabbanaaʼaa lubbuu dheebotteef taʼuu ti.

  19. 1 Crônicas 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 25–74 de 81

    25Ilmaan Elqaanaa:Amaasaayi, Ahiimooti,

    72gosa Yisaakor irraaQaadesh, Daaberaati,

    74gosa Aasheer irraa Maashaal, Abdoon,

  20. Isaías 26

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 2–7 de 21

    2Akka sabni qajeelaan,sabni amanamummaadhaan jiraatu ol seenuuf,karrawwan banaa.

    6Miilli, miilli warra hacuucamee,faanni hiyyeeyyii ishee dhidhiita.

    7Daandiin nama qajeelaa wal qixxaataa dha;yaa Isa Tolaa, ati qajeeltotaaf karaa baafta.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo