Pular para o conteúdo
Publicidade

Qolosaayis 2

2 Kunis akka isaan jaalalaan tokko taʼanii garaan isaanii jajjabeeffamuuf, akka isaan badhaadhummaa hubannaa guutuu qabaatanii icciitii Allaaha jechuunis Al-Masiihii beekaniif; 3 badhaadhummaan ogummaa fi beekumsaa hundinuus isuma keessa dhokfameera.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

Colossenses
Ver todos os capítulos de Colossenses