13 Waan, "Namni muka irratti fannifamu kam iyyuu abaaramaa dha"3:13 KeD 21:23 jedhamee barreeffameef, Al-Masiihiin nuuf jedhee abaarsa taʼuudhaan abaarsa seeraa irraa nu fure.