Pular para o conteúdo
Publicidade

Galaatiyaa 6:1-5

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

Nama Hundumaaf Waan Gaarii Gochuu

1 Yaa obboloota, yoo namni tokko cubbuu keessa seene, isin warri hafuuraan jiraattan garraamummaan isa deebisuu qabdu. Garuu atis akka hin qoramneef of eeggadhu. 2 Isin baʼaa walii baadhaa; akkasiin isin seera Al-Masiihii ni eegdu. 3 Namni tokko utuu waan tokko iyyuu hin taʼin, waan waa tokko taʼe yoo of seʼe, inni of gowwoomsa. 4 Tokkoon tokkoon namaa hojii mataa isaa haa qoru. Ergasiis utuu nama kaanitti of hin madaalin of qofa jajuu ni dandaʼa; 5 tokkoon tokkoon namaa baʼaa ofii isaa baadhachuu qabaatii.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    1 ያ ኦቦሎተ፣ ዮ ነምን ቶኮ ጩቡ ኬሰ ሴኔ፣ እስን ወር ሀፉራን ጅራተን ገራሙማን እሰ ዴብሱ ቀብዱ። ገሩ አትስ አከ ህንቆረምኔፍ ኦፍ ኤገዹ። 2 እስን በኣ ወሊ ባዻ፤ አከሲን እስን ሴረ ክርስቶስ ንኤግዱ። 3 ነምን ቶኮ ኡቱ ዋን ቶኮዩ ህንተእን፣ ዋን ዋ ቶኮ ተኤ ዮ ኦፍ ሴኤ፣ እን ኦፍ ጎዎምሰ። 4 ቶኮን ቶኮን ነማ ሆጂ መታሳ ሃቆሩ። ኤርገሲስ ኡቱ ነመ ካንት ኦፍ ህንመዳልን ኦፍ ቆፈ ጀጁ ንደንደአ፤ 5 ቶኮን ቶኮን ነማ በኣ ኦፊሳ ባዸቹ ቀባቲ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Yaa obboloota, yoo namni tokko cubbuu keessa seene, isin warri hafuuraan jiraattan garraamummaan isa deebisuu qabdu. Garuu atis akka hin qoramneef of eeggadhu. 2 Isin baʼaa walii baadhaa; akkasiin isin seera Kiristoos ni eegdu. 3 Namni tokko utuu waan tokko iyyuu hin taʼin, waan waa tokko taʼe yoo of seʼe, inni of gowwoomsa. 4 Tokkoon tokkoon namaa hojii mataa isaa haa qoru. Ergasiis utuu nama kaanitti of hin madaalin of qofa jajuu ni dandaʼa; 5 tokkoon tokkoon namaa baʼaa ofii isaa baadhachuu qabaatii.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.