Dhagaʼuu fi Hojii Irra Oolchuu
19 Yaa obboloota koo jaallatamoo, waan kana hubadhaa: Namni hundinuu dhagaʼuutti haa ariifatu; dubbachuuf suuta haa jedhu; aaruuttis suuta haa jedhu; 20 aariin namaa qajeelummaa Allaaha hin hojjetuutii.