17 Ogummaan shamaayʼun irraa dhufu garuu duraan dursee qulqulluu dha; akkasumas nagaa qabeessa; garraamii dha; ajajamaa dha; kan araaraa fi ija gaariin guutamee dha; wal caalchisuu fi itti fakkeessuus of keessaa hin qabu. 18 Iji qajeelummaa warra nagaa buusaniin nagaadhaan facaafama.
Publicidade
Publicidade