7 Kanaafuu Allaahaf bulaa. Ibliisiin immoo mormaa; innis isin baqataa. 8 Allaahatti dhiʼaadhaa; innis isinitti ni dhiʼaataa. Isin cubbamoonni harka keessan dhiqadhaa; warri yaada lama qabdanis garaa keessan qulqulleeffadhaa.
Publicidade
Publicidade