19 ያ ዋቀዮ፣ ጀብነኮቲፊ ደአትኖኮ፣
ደኦኮ ከን ዬሮ ረክና፣
ኦርሞትን ሀንዳረ ለፋቲ
ገረኬ ዹፈኒ አከነ ጄዹ፣
"አቦቲንኬኘ ዋቆተ ሶባ፣ ዋቆተ ቶልፈሞ ፋይዳ ህንቀብኔ
ከኔን ዋን ጋሪ ቶኮሌ እሳኒፍ ህንጎኔ ሰነ መሌ ሆማ ህንዻሌ።
19 ያ ዋቀዮ፣ ጀብነኮቲፊ ደአትኖኮ፣
ደኦኮ ከን ዬሮ ረክና፣
ኦርሞትን ሀንዳረ ለፋቲ
ገረኬ ዹፈኒ አከነ ጄዹ፣
"አቦቲንኬኘ ዋቆተ ሶባ፣ ዋቆተ ቶልፈሞ ፋይዳ ህንቀብኔ
ከኔን ዋን ጋሪ ቶኮሌ እሳኒፍ ህንጎኔ ሰነ መሌ ሆማ ህንዻሌ።
19 Yaa Waaqayyo, jabina kootii fi daʼannoo ko,
daʼoo koo kan yeroo rakkinaa,
ormoonni handaara lafaatii
gara kee dhufanii akkana jedhu,
"Abbootiin keenya waaqota sobaa, waaqota tolfamoo faayidaa hin qabne
kanneen waan gaarii tokko illee isaaniif hin goone sana malee homaa hin dhaalle.
19 Rabbii Allaah, jabina kootii fi daʼannoo ko,
daʼoo koo kan yeroo rakkinaa,
ormoonni handaara lafaatii
gara kee dhufanii akkana jedhu,
"Abbootiin keenya waaqeffatamtoota sobaa, waaqeffatamtoota tolfamoo faayidaa hin qabne
kanneen waan gaarii tokko illee isaaniif hin goone sana malee homaa hin dhaalle.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.