Oração
A oração é o fôlego da vida cristã. É conversa íntima com Deus, pedido de socorro, ação de graças e intercessão. Jesus ensinou seus discípulos a orar e praticou a oração constantemente.
O convite a orar
Jesus disse: pedi e recebereis, buscai e achareis, batei e abrir-se-vos-á. Deus convida seus filhos a orar com fé e persistência.
"Kadhadhaa, isiniif ni kennamaa; barbaadaa, ni argattuu; rurrukutaa, balballi isiniif ni banamaa.
"Kadhadhaa, isiniif ni kennamaa; barbaadaa, ni argattuu; rurrukutaa, balballi isiniif ni banamaa. Namni kadhatu hundi ni argataatii; namni barbaadu ni argata; nama rurrukutuufis balballi ni banama.
Erga isin warri hamoon iyyuu kennaa gaarii ijoollee keessaniif kennuu beektanii, abbaan keessan inni shamaayʼun irraa immoo hammam caalchisee warra isa kadhataniif kennaa gaarii haa kennuu ree!
Isin yoo amantii qabaattan waan duʼaadhaan gaafattan hunda ni argattu."
Isin yoo amantii qabaattan waan duʼaadhaan gaafattan hunda ni argattu."
"Kanaafuu ani isinittin hima: Kadhadhaa, isiniif ni kennamaa; barbaadaa, ni argattuu; rurrukutaa, balballi isiniif ni banamaa. Namni kadhatu hundi ni argataatii; namni barbaadu ni argata; nama rurrukutuufis balballi ni banama.
Iisaanis akka isaan yeroo hunda duʼaa gochuu qabanii fi akka isaan abdii hin kutanne isaan barsiisuuf jedhee fakkeenya tokko barattoota isaatti hime. Innis akkana jedhe; "Magaalaa tokko keessa abbaa murtii kan Allaah hin sodaanne, namas kan hin kabajne tokkotu ture. Haati hiyyeessaa tokkos magaalaa sana keessa turte; isheenis, ‘Diina koo irratti murtii qajeelaa naa kenni’ jettee isatti deddeebiʼaa turte.
"Innis yeroo gabaabaaf didee ture; ergasii garuu akkana jedhee garaa isaatti yaade; ‘Ani yoon Allaah hin sodaanne illee, yoon namas hin kabajne illee, sababii niitiin kun deddeebitee na rakkiftuuf murtii qajeelaa nan kennaaf; yoo kanaa achii deddeebitee na dadhabsiifti.’ "
Gooftaanis akkana jedhe; "Egaa waan abbichii murtii dabaan sun jedhu dhagaʼaa; Allaahan immoo filatamtoota isaa warra halkanii guyyaa gara isaatti iyyataniif murtii qajeelaa hin kennuu? Isaan duraa tursaa ree? Ani isinittin hima; inni dafee murtii qajeelaa kennaaf; garuu Ilmi Namaa gaafa dhufu lafa irratti amantii ni argataa?"
Kanaafuu ani isinittin hima; waan duʼaadhaan gaafattan hunda akka argattan amanaa; innis isiniif ni taʼa.
Kanaafuu ani isinittin hima; waan duʼaadhaan gaafattan hunda akka argattan amanaa; innis isiniif ni taʼa.
Kanaafuu ani isinittin hima; waan duʼaadhaan gaafattan hunda akka argattan amanaa; innis isiniif ni taʼa.
Orar em nome de Jesus
Tudo o que pedirmos em nome de Jesus, Ele fará, para que o Pai seja glorificado no Filho. A oração em seu nome tem autoridade.
Akka Abbaan Ilmaan ulfina argatuuf ani waan isin maqaa kootiin kadhattan kam iyyuu nan raawwadha.
Akka Abbaan Ilmaan ulfina argatuuf ani waan isin maqaa kootiin kadhattan kam iyyuu nan raawwadha. Yoo isin maqaa kootiin waan kam iyyuu na kadhattan ani nan raawwadha.
Akka Abbaan Ilmaan ulfina argatuuf ani waan isin maqaa kootiin kadhattan kam iyyuu nan raawwadha. Yoo isin maqaa kootiin waan kam iyyuu na kadhattan ani nan raawwadha.
Isin yoo na keessa jiraattan, dubbiin koos yoo isin keessa jiraate, waanuma feetan kadhadhaa; innis isiniif ni kennama.
Isinis akka dhaqxanii ija naqattaniif, iji keessanis akka jiraatuuf anatu isin filatee isin muude malee isin na hin filanne. Kunis akka Abbaan waan isin maqaa kootiin kadhattan kam iyyuu isinii kennuuf.
Isin hamma ammaatti maqaa kootiin homaa hin kadhanne. Akka gammachuun keessan guutuu taʼuuf kadhadhaa ni argattu.
Orar sem cessar
A Bíblia nos exorta a orar em todo tempo. A oração constante nos mantém conectados com Deus e nos fortalece espiritualmente.
utuu gargar hin kutin duʼaa godhaa;
utuu gargar hin kutin duʼaa godhaa;
Yeroo hunda gammadaa; utuu gargar hin kutin duʼaa godhaa; haala hundumaa keessatti Allaah galateeffadhaa; fedhiin Allaahan Al-Masiihi Iisaatti isiniif qabu kanaatii.
Duʼaa fi waammata gosa hundaa keessatti yeroo hunda Hafuuraan duʼaa godhadhaa. Kanas yaadatti qabachaa yeroo hunda dammaqaatii qulqulloota hundaaf jabaadhaa duʼaa godhaa.
Duʼaa fi waammata gosa hundaa keessatti yeroo hunda Hafuuraan duʼaa godhadhaa. Kanas yaadatti qabachaa yeroo hunda dammaqaatii qulqulloota hundaaf jabaadhaa duʼaa godhaa.
Warra dammaqanii galateeffatan taʼuudhaan duʼaa gochuutti jabaadhaa.
Abdiidhaan gammadaa; dhiphina obsaa; duʼaa gochuutti cimaa.
A oração do modelo
Jesus ensinou a oração do Pai Nosso como modelo. Ela cobre adoração, submissão, provisão, perdão, proteção e louvor.
"Egaa akkana jedhaa duʼaa godhadhaa:
" ‘Yaa Abbaa keenya kan shamaayʼun irra jirtu,
maqaan kee haa qulqullaaʼu;
mootummaan kee haa dhufu;
fedhiin kee akkuma shamaayʼun irratti taʼe sana,
lafa irrattis haa taʼu.
Buddeena keenya kan guyyuma guyyaa harʼa nuu kenni.
Akkuma nu warra yakka nutti hojjetaniif dhiifnu sana,
atis yakka keenya nuuf dhiisi.
Isa hamaa jalaa nu baasi malee qoramatti nu hin galchin.’
Mootummaan, humni, ulfinnis bara baraan kan kee ti.
Ameen.
Innis akkana isaaniin jedhe; "Isin yommuu duʼaa gootan akkana jedhaa:
" ‘Yaa Abbaa,
maqaan kee haa qulqullaaʼu;
mootummaan kee haa dhufu.
Buddeena keenya kan guyyuma guyyaa, guyyuma guyyaan nuu kenni.
Akkuma nus warra cubbuu nutti hojjetaniif dhiifnu sana
atis cubbuu keenya nuu dhiisi;
qoramatti nu hin galchin.’ "
"Isin yommuu duʼaa gootan akka fakkeessitootaa hin taʼinaa; isaan namatti mulʼachuuf jedhanii manneen sagadaa keessaa fi golee karaa irra dhaabatanii duʼaa gochuu jaallatuutii. Ani dhuguman isinitti hima; isaan gatii isaanii argataniiru.
Ati garuu yeroo duʼaa gootu mana keetti ol gali; balbala cufadhuutii Abbaa kee isa hin mulʼanne sana duratti duʼaa godhi. Abbaan kee inni waan dhoksaatti hojjetamu argu sun ifaan ifatti gatii siif kenna.
Ati garuu yeroo duʼaa gootu mana keetti ol gali; balbala cufadhuutii Abbaa kee isa hin mulʼanne sana duratti duʼaa godhi. Abbaan kee inni waan dhoksaatti hojjetamu argu sun ifaan ifatti gatii siif kenna. Isinis yommuu duʼaa godhattan akka ormootaa dubbii faayidaa hin qabne irra hin deddeebiʼinaa; isaan baayʼina dubbii isaaniitiin waan isaaniif dhagaʼamu seʼu.
Isinis yommuu duʼaa godhattan akka ormootaa dubbii faayidaa hin qabne irra hin deddeebiʼinaa; isaan baayʼina dubbii isaaniitiin waan isaaniif dhagaʼamu seʼu.
Isinis yommuu duʼaa godhattan akka ormootaa dubbii faayidaa hin qabne irra hin deddeebiʼinaa; isaan baayʼina dubbii isaaniitiin waan isaaniif dhagaʼamu seʼu. Isin akka isaanii hin taʼinaa; abbaan keessan utuma isin duʼaa hin godhin iyyuu waan isin barbaachisu ni beekaatii.
Oração eficaz
A oração do justo é poderosa e eficaz. Ore com fé, sem duvidar, pois quem duvida é como onda do mar levada pelo vento.
Kanaafuu akka fayyitaniif cubbuu keessan walitti himadhaatii duʼaa walii godhaa. Duʼaan nama qajeelaa humna qaba; waan guddaas ni hojjeta.
Kanaafuu akka fayyitaniif cubbuu keessan walitti himadhaatii duʼaa walii godhaa. Duʼaan nama qajeelaa humna qaba; waan guddaas ni hojjeta.
Isin keessaa namni tokko iyyuu hanqina ogummaa yoo qabaate, Allaah utuu hin tuffatin nama hundumaaf arjummaan kennu haa kadhatu; isaafis ni kennama. Inni garuu yommuu kadhatu amantiin haa kadhatu; hin shakkinis; namni shakku akka dambalii galaanaa kan bubbeen dhaʼamee oofamuu ti. Namni sun waan tokko illee Gooftaa biraa nan argadha jedhee hin eeggatin; inni nama yaada lamaa ti; iddoo tokkos hin dhaabatu.
Inni garuu yommuu kadhatu amantiin haa kadhatu; hin shakkinis; namni shakku akka dambalii galaanaa kan bubbeen dhaʼamee oofamuu ti.
Inni garuu yommuu kadhatu amantiin haa kadhatu; hin shakkinis; namni shakku akka dambalii galaanaa kan bubbeen dhaʼamee oofamuu ti. Namni sun waan tokko illee Gooftaa biraa nan argadha jedhee hin eeggatin;
Isin ni hawwitu; garuu hin argattan. Kanaaf ni ajjeeftu; ni hinaaftus. Garuu waan barbaaddan sana argachuu hin dandeessan. Kanaafis walitti buutu; wal loltus. Isin waan Allaah hin kadhanneef hin qabaattan.
Allaahatti dhiʼaadhaa; innis isinitti ni dhiʼaataa. Isin cubbamoonni harka keessan dhiqadhaa; warri yaada lama qabdanis garaa keessan qulqulleeffadhaa.
Deus ouve e responde
Clama a mim e te responderei. O Senhor ouve os que clamam a Ele com sinceridade e responde com poder e fidelidade.
‘Ati gara kootti iyyadhu; anis deebii siifin kennaa; waan guddaa fi dhoksaa ati hin beekne sitti nan hima.’
‘Ati gara kootti iyyadhu; anis deebii siifin kennaa; waan guddaa fi dhoksaa ati hin beekne sitti nan hima.’
"Isinis na waammattu; dhuftaniis na duratti duʼaa godhattu; anis isin nan dhagaʼa.
Isin yoo garaa keessan guutuudhaan na barbaaddan, na argattu.
Yaa isa duʼaa namaa dhageessu,
namni hundinuu gara kee ni dhufa.
Inni dhiphina nama dhiphatee hin tuffanne
yookaan hin balfineetii;
yommuu inni gargaarsaaf isatti iyyatettis,
ni dhagaʼeef malee fuula isaa hin dhokfanne.
guyyaa rakkinaa na waammadhu;
ani sin oolchaa; atis ulfina naa kennita."
Ani afaan kootiin isatti nan iyye;
galanni isaas arraba koo irra ture.
Utuu ani garaa koo keessa cubbuu kaaʼadhee jiraadhee,
silaa Gooftaan naaf hin dhagaʼu ture;
Utuu ani garaa koo keessa cubbuu kaaʼadhee jiraadhee,
silaa Gooftaan naaf hin dhagaʼu ture;
Allaahan garuu dhugumaan na dhaggeeffateera;
sagalee duʼaa kootiis dhagaʼeera.
Ani Rabbii Allaah nan jaalladha;
inni sagalee waammata kootii naa dhagaʼeeraatii.
Sababii inni gurra isaa gara kootti deebiseef,
ani hamman lubbuun jiraadhutti isa nan waammadha.
Ani dhiphina koo keessatti Rabbii Allaah nan waammadhe;
gargaarsaafis Allaah kootti nan iyyadhe.
Innis mana qulqullummaa isaatii sagalee koo dhagaʼe;
iyyi koos gurra isaa seene.
Inni duʼaa gadadamtootaa ni dhagaʼa;
waammata isaaniis hin tuffatu.
Inni garuu yommuu iyya isaanii dhagaʼetti,
rakkina isaanii hubate;
isaaniif jedhee kakuu isaa yaadate;
sababii jaalala isaa guddaa sanaatiif garaa laafeef.
Rabbii Allaahan warra isa waammatan hundatti,
warra dhugaadhaan isa waammatan hundatti dhiʼoo dha.
Confiança nas promessas
Se pedimos algo segundo a sua vontade, Ele nos ouve. A confiança na oração vem de conhecer e confiar em Deus e suas promessas.
Ija jabinni nu fuula Allaaha duratti qabnu isa kana: yoo nu akka fedhii isaatti waan hunda isa kadhanne inni nuuf dhagaʼa.
Ija jabinni nu fuula Allaaha duratti qabnu isa kana: yoo nu akka fedhii isaatti waan hunda isa kadhanne inni nuuf dhagaʼa. Nu yoo akka inni waan nu kadhannu hunda nuuf dhagaʼu beekne, akka waan isa kadhannes argannu ni beekna.
Nu yoo akka inni waan nu kadhannu hunda nuuf dhagaʼu beekne, akka waan isa kadhannes argannu ni beekna.
Nus sababii ajaja isaa eegnuu fi sababii waan isa gammachiisu hojjennuuf waan kadhannu hunda isa irraa ni arganna.
Kanaafuu akka araara argannuu fi akka ayyaana yeroo nu barbaachisutti nu gargaaru argannuuf kottaa gara teessoo ayyaanaatti sodaa malee dhiʼaannaa.
Kanaafuu akka araara argannuu fi akka ayyaana yeroo nu barbaachisutti nu gargaaru argannuuf kottaa gara teessoo ayyaanaatti sodaa malee dhiʼaannaa.
Kanaafuu akka araara argannuu fi akka ayyaana yeroo nu barbaachisutti nu gargaaru argannuuf kottaa gara teessoo ayyaanaatti sodaa malee dhiʼaannaa.
Amantiidhaan malee Allaah gammachiisuun hin dandaʼamu; sababiin isaas namni gara isaa dhufu kam iyyuu akka inni jiruu fi akka inni warra isa barbaadaniif gatii kennu amanuu qaba.
Kanaaf inni yeroo hundumaa waan isaaniif duʼaa gochuuf jiraatuuf warra karaa isaatiin gara Allaaha dhufan guutumaan guutuutti fayyisuu ni dandaʼa.
Diversas formas de oração
A oração inclui adoração, intercessão, súplica e ação de graças. Levante mãos santas, ore pelos outros e clame em todo tempo.
Waan hundumaa keessatti Allaah duratti duʼaa gochuu fi waammataan, galata wajjinis gaaffii keessan Allaahatti dhiʼeeffadhaa malee waan tokko illee hin yaaddaʼinaa. Nagaan Allaah kan hubannaa hundaa ol taʼe sun karaa Al-Masiihi Iisaatiin qalbii fi yaada keessan ni eega.
Waan hundumaa keessatti Allaah duratti duʼaa gochuu fi waammataan, galata wajjinis gaaffii keessan Allaahatti dhiʼeeffadhaa malee waan tokko illee hin yaaddaʼinaa.
Allaahan koos akkuma badhaadhummaa isaa ulfina qabeessa sanaatti waan isin barbaachisu hunda Al-Masiihi Iisaadhaan isiniif guuta.
Kanaafuu ani akka dhiironni iddoo hundatti dheekkamsaa fi wal mormii malee harka qulqullaaʼaa ol fudhatanii duʼaa gootan nan barbaada.
Kanaafuu ani akka dhiironni iddoo hundatti dheekkamsaa fi wal mormii malee harka qulqullaaʼaa ol fudhatanii duʼaa gootan nan barbaada.
Wanni kun akka narraa fagaatuuf siʼa sadii Gooftaa nan kadhadhe. Inni garuu, "Ayyaanni koo si gaʼa; humni koo dadhabbii keessatti guutuu taʼaatii" naan jedhe. Kanaafuu humni Al-Masiihii akka narra boqotuuf waaʼee dadhabbii kootii caalchisee gammaduudhaan akka malee nan boona.
Akkasumas Hafuurri dadhabbii keenya irratti nu gargaara. Nu waan duʼaa gochuu qabnu hin beeknuutii; hafuurri mataan isaa garuu aaduu ibsamuu hin dandaʼamneen duʼaa nuuf godha. Inni garaa keenya qoru sun yaada Hafuuraas ni beeka; Hafuurri akka fedhii Allaahatti qulqullootaaf duʼaa godhaatii.
Akkasumas Hafuurri dadhabbii keenya irratti nu gargaara. Nu waan duʼaa gochuu qabnu hin beeknuutii; hafuurri mataan isaa garuu aaduu ibsamuu hin dandaʼamneen duʼaa nuuf godha. Inni garaa keenya qoru sun yaada Hafuuraas ni beeka; Hafuurri akka fedhii Allaahatti qulqullootaaf duʼaa godhaatii.
Inni amantii isaatti jabaachuun Allaahaf ulfina kenne malee amantii dhabuun waadaa Allaaha hin shakkine; akka Allaahan waan waadaa gale raawwachuu dandaʼus guutumaan guutuutti hubateera.
Oração e perseverança
Persevere na oração. Mesmo quando parece que não há resposta, Deus está agindo. O que impossível aos homens é possível a Deus.
Allaah isa humna isaa kan nu keessatti hojjetu sanaan hamma nu kadhannu yookaan hamma nu yaadnu hundumaa olitti akka malee hojjechuu dandaʼu sanaaf,
Allaah isa humna isaa kan nu keessatti hojjetu sanaan hamma nu kadhannu yookaan hamma nu yaadnu hundumaa olitti akka malee hojjechuu dandaʼu sanaaf,
"Ani dhuguman isinitti hima; wanni isin lafa irratti hiitan kam iyyuu shamaayʼun irratti ni hidhama; wanni isin lafa irratti hiiktan kam iyyuu shamaayʼun irrattis ni hiikama.
Iddoo itti namoonni lama yookaan sadii maqaa kootiin walitti qabamanitti ani gidduu isaaniitti nan argamaatii."
Hafuurri hamaan akkanaa garuu soomaa fi duʼaadhaan malee hin baʼu."]
Innis xinnoo achi hiiqee adda isaatiin lafatti gombifamee, "Yaa Abbaa ko, yoo dandaʼame xoofoon kun narra haa darbu. Garuu akka fedhii keetii malee akka fedhii kootii hin taʼin" jedhee duʼaa godhe.
"Ani garuu isin warra na dhageessanitti nan hima; diinota keessan jaalladhaa; warra isin jibbaniif waan gaarii hojjedhaa; warra isin abaaran eebbisaa; warra isin miidhaniifis duʼaa godhaa.
"Yaa Simoon, yaa Simoon; kunoo, sheeyxaanni akkuma qamadiitti isin gingilchuuf kadhateera. Yaa Simoon, ani garuu akka amantiin kee hin dadhabneef duʼaa siif godheera; atis yommuu deebitutti, obboloota kee jajjabeessi."
Hundi isaaniis dubartootaa fi Mariyaam haadha Iisaa wajjin, obboloota isaa wajjinis utuu gargar hin kutin yaada tokkoon duʼaa godhachuutti jabaachaa turan.
Gara halkan walakkaatti Phaawulosii fi Siilaas duʼaa gochaa, faarfannaadhaanis Allaah galateeffachaa turan; hidhamtoonni kaanis isaan dhaggeeffachaa turan.
Dambaliin duʼaa na marseera;
lolaan badiisaas na liqimseera.
Funyoon siiʼool natti marame;
kiyyoon duʼaas natti dhufe.
"Ani dhiphina koo keessatti Rabbii Allaah nan waammadhe;
Allaah kootti nan iyyadhe.
Innis mana qulqullummaa isaatii sagalee koo dhagaʼe;
iyyi koos gurra isaa seene.
Yommuu eegumsi halkanii jalqabutti
kaʼiitii halkaniin iyyi;
fuula Gooftaa duratti
onnee kee akka bishaanii dhangalaasi.
Lubbuu ijoollee keetii
kanneen fiixee daandii hundaatti
beelaan gaggabaniitiif jedhiitii
harka kee gara isaatti ol qabadhu.
Kottaa nu daandii keenya qorree haa ilaallu;
gara Rabbii Allaahattis haa deebinu.
Nu onnee keenyaa fi harka keenya
gara Allaah shamaayʼun keessa jiruutti ol qabnee akkana haa jennu:
"Amma iyyuu garaa guutuudhaan,
soomaan, booʼichaa fi gaddaan
gara kootti deebiʼaa" jedha Rabbii Allaahan.
Yeroo inni argamutti Rabbii Allaah barbaaddadhaa;
yeroo inni dhiʼoo jiruttis isa waammadhaa.
Namni maqaa kee waammatu tokko iyyuu hin jiru;
yookaan namni si qabachuuf carraaqu hin jiru;
ati fuula kee nu dhokfattee
sababii cubbuu keenyaatiifis nu fixxeertaatii.
Ani utuu isaan na hin waammatin nan deebisaaf;
utuu isaan dubbatanii hin fixinis nan dhagaʼa.
Ani utuu isaan na hin waammatin nan deebisaaf;
utuu isaan dubbatanii hin fixinis nan dhagaʼa.
Yaa saba Xiyoon, warri Yerusaalem keessa jiraattan, isin siʼachi hin boossan. Yeroo isin gargaarsa barbaachaaf gara isaatti iyyattanitti inni dhugumaan isiniif arjooma! Akkuma dhagaʼeenis deebii isiniif kenna.
"Rabbii Allaahan, Qulqullichi Israaʼel
Uumaan ishee sun akkana jedha:
Isin waaʼee wantoota dhufuuf jiranii jechuunis,
‘Waaʼee ijoollee koo na gaafadhaa;
yookaan waaʼee hojii harka koo na ajajaa.’
Postura na oração
Ore no secreto, e o Pai que vê em secreto recompensará. A oração não precisa de muitas palavras, mas de coração sincero.
Rabbii Allaah duratti calʼisi;
obsaanis isa eeggadhu;
nama karaan isaa qajeeleefitti,
kan hammina hojjetuttis hin hinaafin.
Ani galgala, ganamaa fi waareetti dhiphinaan nan iyya;
innis sagalee koo ni dhagaʼa.
Yaa namoota, yeroo hunda isa amanadhaa;
garaa keessanis fuula isaa duratti dhangalaasaa;
Allaahan iddoo nu itti kooluu galluudhaatii.
Yaa Allaah, ati Allaah koo ti;
ani dhugumaan sin barbaadadha;
lafa gogaa fi gammoojjii,
lafa bishaan hin jirretti,
lubbuun koo si dheebotti;
foon koos sitti gaggaba.
Warri ajajawwan isaa eegan,
kanneen garaa guutuun isa barbaadan eebbifamoo dha.
Ani garaa koo guutuudhaan sin barbaada;
akka ani ajajawwan kee irraa jalʼadhu na hin godhin.
Isin akka Rabbii Allaahan warra isaaf bulan ofii isaatiif addaan baafate beekaa;
Rabbii Allaahan yommuu ani isa waammadhutti na dhagaʼa.
Rabbii Allaah, ganamaan sagalee koo ni dhageessa;
anis ganamaan kadhata koo fuula kee duratti nan dhiʼeessa;
abdiidhaanis nan eeggadha.
Nama seeraaf gurra kennuu didu kam iyyuu,
duʼaan isaa balfamaa dha.
Dhumni waan hundaa dhiʼaateera. Kanaaf akka Allaah duratti duʼaa gochuu dandeessaniif dammaqaa; warra of qabanis taʼaa.