Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. Atos 25

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 19–24 de 27

    19Moromaan isaan isa woliin qabanu marroo dhugeeffannaa ifiitii fi marroo Yesuusii du’eeru, ka Phawuloos ammoo, ‹Jiraata’a› jedhuu ti.

    23Boruyyaa Agriiphaa fi Berniiqeen, uffana mootummaa ifii uffatanee, ulfinna gudda’aan dhufanee, sooressitoota loltootaatii fi jaarsolee qacha’aa woliin, mana muraa itti kennanu ol seenane. Ajaja Feesxoosiitiin, Phawuloos ol seensisane.

    24Fesxoos, «Mootii Agriipha’a! Isinille worra nu woliin as jirtanu duudiin keessan! Namichi isin dhaggitanu kun, jiraatu’uuf hin malle jedhanee, kolbaan Yihudootaa duudiin Yerusaalemii fi asille’etti natti iyyataneeran.

  2. Ester 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 4–8 de 22

    4Inni guyyaa dhibbaa fi saddeettama guutuu, qabeenna guddaa mootummaa ifii, arnyaa fi ulfinna ifii mudhise.

    7Mootichi daadhii woyni’ii ta mootumma’aa bacaa waan qabuuf arjoomee, muduunuu adda addaa ta worqii irraa hujanteen namootaaf akka qoodanu godhe.

    8Nama tokko tokkoofuu akka fedha isaatitti daadhii woyni’ii akka kennanuuf, mootichi tajaajiltoota ifii mara waan ajajeef, keessummooti martinuu haga fedhane unane.

  3. Joel 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–19 de 20

    1Jechi Mootii Waan Maraa ka gara Yo’elii ilma Phetu’elii dhufe kana:

    15Aanne’e! Guyyaan Mootii Waan Maraa dhikaateera!Waaqi waan mara dande’u guyyaan inni badii fidu dhikaateera.

    19Ee Mootii Waan Maraa! Marra diidaa ibiddi waan fixeef,muka badda’aalle ibiddi waan gubeef,ani gara keeti iyya.

  4. Rute 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 18–20 de 22

    18Sanyiin Faaresii isaan kana: Faares, Hesrom uumate,

    19Hesrom, Raam uumate; Raam, Aminaadaab uumate,

    20Aminaadaab, Nahasoon uumate; Nahasoon, Salmoon uumate.

  5. 3 João 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 2–11 de 15

    2Jaala kiyya! Akkuma lubbuun teeti tolte, akka fayyaa teetuu fi wonni maraa si’iif tolu hin daadimadha.

    5Jaala kiyya! Obboleeyyan si’iif keessummaa haareya te’anulle, ati isaan addatamaan hin qarqaarta.

    11Jaala kiyya! Waan dansaa fakkaadhu malee waan hamaa hin fakkaatin. Nami waan dansaa huju ka Waaqaa ti; nami waan hamaa huju Waaqa hin dhaggine.

  6. Neemias 13

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 8–31 de 31

    8Kun guddoo na aarsee, meya manaa ka Xobiiya’aa mara kolloo Galma Waaqaa san keessaa gad gate.

    10Lewwootii fi faarfattooti Galma Waaqaa keessaa, qoodi isaanii waan hin kennaminiif, akka isaan gara fichaa ifii deebi’ane hubadhe.

    15Bara san kolbaan Yihuda’aa guyyaa Sanbataatiin woynii cunfanuun, midhaan galfatanuun, unkuruura woyni’ii, midhaan woyni’ii, midhaan harru’uutii fi fe’iisa adda addaa guyyaa Sanbataatiin gara Yerusaalemii fidaneeranuun dhagge. Tanaaf ani yennaa san sagalee akka hin gurgurre isaan dhoogge.

    19bananne ani ajaje; guyyaa Sanbataatiin fe’iis tokkolle akka ol hin

    31Ammalle ani qoraan ciincaa ittiin ciinceffamuu fi midhaan galfatanu keessaa ka mata’aa, yennaa murteeffantetti, gara Galma Waaqaa akka fidanu godhe.Ee Waaqa kiyya, waan ani godhe kanaaf na yaadadhu!

  7. Jeremias 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 4–10 de 22

    4«‹Mootiin Waan Maraa: Nami yoo jige,deebi’ee hin ka’uu ree?Nami karaa irraa yoo gore, kara’atti hin deebi’uu ree?

    8«‹Worri feenii sobaatiin barreessu eega jiraatee,isin: Seera Mootii Waan Maraa waan qannuuf,nuuti qaroole’e attam jedhuu dandeettan ree?

    10Tanaaf ani Mootiin Waan Maraaniitota isaanii namoota dhibi’iif hin kenna.Fichaa isaaniille ormaaf hin kenna.Diqqaa irraa kaasee haga guddaa isaaniititti,marti isaanii bu’aa isaanii hin malleef joljolan;raagotii fi hayyooti akkasuma marti isaanii nama soban.

  8. Marcos 8

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 29–37 de 38

    29Yesuus, «Isin hoo, eennu anaan jettan?» jedhee isaan gaafate. Pheexroos deebisee, «Ati Kiristoos» jedheen.8:29 Yoh. 6:68-69

    30Yesuus waan isaa eennulle’etti akka hin hinne jabeessee isaan seere.

    37Nami wodoo lubbuu ifiitiif maan kennuu dande’a?

  9. Romanos 5

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 1–11 de 21

    1Tanaaf, eega dhugeeffanna’aan Waaqa duratti balchoonne, karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin Waaqa woliin nageya qanna.

    10Nuuti diinota Waaqaa ti; inni ammoo karaa du’a Ilma ifiitiin jaalota ifii nu godhe. Amma eega jaalota Waaqaa teene, karaa jiruu Kiristoosiitiin irra caalaa hin fayyina.

    11Tana qofa adoo hin te’in, karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii ittiin Waaqa woliin araaranneetille’een, Waaqaan ifi hin jajna.

  10. Eclesiastes 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 11–25 de 26

    11Te’uu malee waan harki kiyya hujee fi waan itti elowe maraayyuu yennaa ilaalu, bu’aa hin qaddu; akka nama qilleensa ari’ee ti; biyya lafaa irra wonni bu’aa qaddu hin jirtu.

    24Nami nyaatee, unee, waan hujatetti gammadiisa caalaa wonni dansaan inni hujuu dande’u hin jirtu. Tunille Waaqa biraa akka dhuttu dhagge;

    25Waaqaan malee, eentu nyaatuu yookiin gammaduu dande’a ree?

  11. Filipenses 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 8–24 de 30

    8Jaalala Yesuus Kiristoosiitiin attam akka ani isin maraa dharra’u Waaqi hin beeka.

    21Maarre jiruu jechuun naaf Kiristoosiin le’iisa, duutille bu’aa tiyya.

    24Te’uu malee fooniin jiraachuun kiyya isiniif caalaa barbaachisa’a.

  12. 1 João 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 6–25 de 29

    6Nami «Waaqaan jiraadha» jedhu, akka Yesuus le’e le’uu qaba.

    10Nami obboleessa ifii jaalatu ifa keessa le’a; wonni nama gufachiisulle isa keessa hin jiru.

    25Addiin inni nu’uuf kenne tun jiruu bara baraa ti.

  13. Josué 4

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–21 de 24

    2«Gosa tokko tokkooyyuu keessaa, nama kudhanii lama filiitii,

    15Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Iyaasu’uun,

    21kolbaa Israa’eliitiin, «Hegeri yennaa ijoolleen teessan, ‹Dhakaan kun maan?› jettee abbootii ifii gaafattu,

  14. Eclesiastes 11

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 7–10 de 10

    7Ifi dansa’a; aduu ilaaliis ilatti tola.

    9Ee dargaggeessa, yennaa dargaggummaa teetii gammadi! Bara dargaggummaa teetii gadhaan keeti gammaduu ti; yaada gadhaa keetii, waan ilti teeti dhaggite gula deemi; waan kana maraaf ammoo, Waaqi gara mura’aa akka si fidu beeki.

    10Tanaaf gadhaa keeti keessaa yaaddoo fageessi; nafa keeti keessaa waan hantuu baasi. Sababille dargaggumma’aa fi jabeenni bu’aa hin qaddu.

  15. 2 Pedro 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 13–20 de 22

    13Isaan hantuu tolchaneef hantuu dhaggatan. Isaan ila guyya’aatiin halchaa nafa ifii guutatiisaaf waanuma fedhane godhaa gammadan; yennaa nyaataaf isin woliin waamamane, isaan worra hujii isaanii maltitti’iin fokkisiisuu fi qaanessu.

    18Isaan ifi saadaa dubbii gara hin qannelle dubbatiisaaf, halchaa badduu fedha fooniitiin, worra dokonkora keessa le’anu keessaa reefuu baqatanee dhufane sossobaa tiyyoo ifii keessatti galchan.

    20Goottaa keennaa fi fayyisaa keenna Yesuus Kiristoos beekiisaan, battummaa biyya lafaa jalaa bayaneen duuba, deebi’anee itti qabamanee yoo mowamane, akki isaan itti le’anu ka duubaa ka duraa caalaa itti hammaata.

  16. Colossenses 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–25 de 29

    1Ana Phawuloosii fedha Waaqaatiin ergamaa Yesuus Kiristoosii te’ee fi obboleessa keenna Ximootewoos irraa,

    21Duraan Waaqa irraa fagaattanee le’aa turtane; waan hantuu yaadiisaa fi hujiisaan diina isaa teetaneertaniiyyu.

    25Jecha Waaqaa guutuma guutu’utti isiniif mudhisiisaaf, akkuma itti gaafatamummaan naa kennantetti ani tajaajilaa wolde’a kiristaanaa te’eera.

  17. Colossenses 2

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 10–20 de 23

    10Isinille Kiristoosii dada ifii duudii irratti mataa bulchiisaatii fi baallii maraa te’een, jiruu guutuu dhaggattane.

    17Isaan kun waan gara duraa dhufuuf akka gaaddiddu’uu ti; dhugaan ammoo Kiristoos keessa jirti.

    20Eega Kiristoos woliin duutanee, ayyaanota gubba’aa fi lafa bulchanu jalaa bilisa baatane, maaf akka waan ka biyyaa lafaa teetaneetitti leetan ree? Maaf seera,

  18. 1 Coríntios 1

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–18 de 31

    1Ana Phawuloosii fedha Waaqaatiin ergamaa Yesuus Kiristoosii akka te’uuf waamamee fi obboleessa keenna Sostenees irraa:

    9Ilma isaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoos woliin, tokkummaa akka qabaattanu ka isin waame Waaqi addatama’a.

    18Ergaan fannifamuu Kiristoosii worra baduuf gowwumma’a; nu worra fayyuuf ammoo hunna Waaqaa ti.

  19. 1 Pedro 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 2–18 de 22

    2Sababille isaan qulqullumma’aa fi amala dansaa keessan yennaa dhaggane tana godhan.

    17Yoo fedha Waaqaa te’e, hantuu hujiisaan rakkinna fudhatu’uu mannaa, waan dansaa hujaa rakkinna fudhatuu woyya.

    18Kiristoos gara Waaqaa nu dhikeessiisaaf jedhee, adoo balchaa te’ee jiruu, nu worra balchummaa hin qanneef sababa cubbuu teennaatiif, yennaa maraaf yennaa takkatuu du’e. Inni fooniin du’ee ayyaanaan ammoo jiraataa te’e.

  20. Cânticos 3

    Kitaaba Woyyuu
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 1–5 de 11

    1Ani halkan guutuu taqee tiyya irrattijaala kiyya ka lubbu’uu barbaade;ani isa barbaade ammoo hin dhaggine.

    2Ani amma ka’ee qachaa keessa,karaa irra, woldeennaa kara’aa irra deddeemee,jaala kiyya ka lubbu’uu hin barbaada;ani barbaade ammoo isa hin dhaggine.

    5Ee dubartoota Yerusaalemii,haga inni fedhuma ifiitiin ka’utti,jaalallee kiyya tirtirsitanee akka hin dammassine,ani maqaa jilibaa yookiin gadansa badda’aatiin,isin magannifadha.Waajibittii

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo