1Yesuus Masiihii akka te’e nami dhugeeffatu maraa ilma Waaqaa ti; nami Abbaa jaalatu, ilma isaalle hin jaalata.
3Waaqa jaalachuu jechuulle ajaja isaatiif ajajamiisa; ajaji isaalle ulfaata’aa moti.5:3 Yoh. 14:15
21Ijoollee tiyya, waaqota dharaameyyii irraa ifi eeggadha’a!