Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Jó 15

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 11–22 de 35

    11Gorsi Waaqaa kan nama jajjabeessu,dubbiin suutaan sitti himame sun si hanqatee?

    14"Akka qulqulluu taʼuuf namni maali?Yookaan akka qajeeltota taʼaniif warri dubartoota irraa dhalatan maali?

    22Inni akka deebiʼee dukkana keessaa baʼu hin amanu;goraadeetu isa eeggata.

  2. Salmos 146

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 146
    Mostrando versículos 1–10 de 10

    1Haalleluuyaa.Yaa lubbuu ko, Waaqayyoon galateeffadhu.

    5Namni gargaarsi isaa Waaqa Yaaqoob taʼe, kan abdiin isaasWaaqayyo Waaqa isaa taʼe eebbifamaa dha.

    10Waaqayyo bara baraan ni moʼa;Yaa Xiyoon, Waaqni kee dhaloota hundaaf mootii taʼa.Haalleluuyaa.

  3. Levítico 23

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 5–35 de 44

    5Faasiikaan Waaqayyoo galgala bultii kudha afuraffaa jiʼa jalqabaatti jalqabama.

    7Guyyaa jalqabaatti wal gaʼii qulqulluu qabaadhaa; hojii idilees hin hojjetinaa.

    35Guyyaan jalqabaa wal gaʼii qulqulluu dha; hojii idilees hin hojjetinaa.

  4. Provérbios 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 4–35 de 35

    4Ati karaa kanaan fuula Waaqaatii fifuula namaa duratti surraa fi maqaa gaarii ni argatta.

    13Namni ogummaa argatukan hubannaas argatu eebbifamaa dha;

    35Ogeeyyiin ulfina dhaalu;gowwoota garuu inni ni qaanessa.

  5. Jó 35

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 35
    Mostrando versículos 2–7 de 16

    2"Ati waan kana qajeelaa seetaa?Ati, ‘Ani fuula Waaqaa duratti qajeelaa dha’ jetta.

    3Ati, ‘Wanni kun faayidaa maalii naa qaba?Ani cubbuu hojjechuu dhiisuudhaan maalin argadha?’ jettee gaafatta.

    7Ati yoo qajeelaa taate, maal isaaf kennita?Yookaan inni harka kee irraa maal argata?

  6. Romanos 11

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 15–33 de 36

    15Erga gatamuun isaanii addunyaaf araara fidee, fudhatamuun isaanii immoo warra duʼan keessaa jireenyatti kaafamuu malee maal fida ree?

    29kennaan Waaqaatii fi waamichi isaa gaabbii hin qabuutii.

    33Badhaadhummaan ogummaatii fibeekumsa Waaqaa hammam gad fagaata!Murtiin isaa qoramee bira hin gaʼamu!Karaan isaas barbaadamee itti hin baʼamu!

  7. Salmos 150

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 150
    Mostrando versículos 1–6 de 6

    1Haalleluuyaa.Mana qulqullummaa isaa keessatti Waaqa galateeffadhaa;samiiwwan isaa humna qabeeyyii keessattis isa galateeffadhaa.

    3Malakata afuufuudhaan isa galateeffadhaa;baganaa fi kiraaraan isa galateeffadhaa;

    6Wanni hafuura baafatu hundinuu Waaqayyoon haa jajatu.Haalleluuyaa.

  8. Provérbios 28

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 28
    Mostrando versículos 6–26 de 28

    6Sooressa karaan isaa jalʼaa taʼe mannaahiyyeessa adeemsi isaa mudaa hin qabne wayya.

    23Namni nama ifatu dhuma irrattinama arrabaan nama saadu caalaa surraa argata.

    26Namni of amanatu gowwaa dha;kan ogummaadhaan deemu immoo nagaadhaan jiraata.

  9. Jó 31

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 31
    Mostrando versículos 2–15 de 40

    2Carraan namni Waaqa samii biraa qabu,dhaalli inni Waaqa Waan Hunda Dandaʼu irraa argatu maali?

    14yeroo Waaqni kaʼutti ani maalan godha?Yoo inni na gaafates ani maalan deebisa?

    15Isuma gadameessa keessatti na uume sanatu isaan uume mitii?Kan hunda keenya gadameessa keessatti tolches isuma mitii?

  10. Salmos 87

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 87
    Mostrando versículos 1–6 de 7

    1Hundeen magaalaa isaa tulluu qulqulluu irra jira.

    3Yaa magaalaa Waaqaa,waaʼee keetiif wanni kabajamaan akkana jedhamee ni dubbatama:

    6Waaqayyo yeroo saboota galmeessutti,"Namichi kun achitti dhalate" jedhee barreessa.

  11. Provérbios 11

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 2–30 de 31

    2Gaafa of tuuluun dhufu, salphinatu dhufa;gad of qabiisa wajjin immoo ogummaatu dhufa.

    11Eebba nama tolaatiin magaalaan ulfina argata;afaan nama hamaatiin garuu ni barbadeeffama.

    30Iji nama qajeelaa muka jireenyaa ti;namni lubbuu namaa baraaru immoo ogeessa.

  12. Jó 30

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 30
    Mostrando versículos 2–25 de 31

    2Warra humna dhaban,jabinni irree isaanii maal na fayyada?

    7Bosona keessatti ni halaaku;daggala keessattis walitti tuutaʼu.

    25Ani warra rakkina keessa jiraniif hin boonyee?Lubbuun koos hiyyeeyyiif hin gaddinee?

  13. Salmos 57

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 57
    Mostrando versículos 1–10 de 11

    1Na maari; yaa Waaqa na maari;lubbuun koo sitti kooluu galtiitii.Anis hamma balaan darbutti,gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu nan gala.

    8Yaa lubbuu ko, dammaqi!Yaa kiraaraa fi baganaa dammaqaa!Anis ganamaan nan dammaqa.

    10Jaalalli kee guddaa dha; samiiwwanis gaʼaatii;amanamummaan kees samiiwwan qaqqaba.

  14. Provérbios 13

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 12–17 de 25

    12Abdiin lafa irra harkifatu garaa nama dhukkubsa;hawwiin guutamu garuu muka jireenyaa ti.

    14Barsiisni nama ogeessaa burqaa jireenyaa ti;kiyyoo duʼaa irraas nama deebisa.

    17Ergamaan hamaan rakkoo keessa seena;ergamaan amanamaan garuu fayyina fida.

  15. Jó 41

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 41
    Mostrando versículos 3–33 de 34

    3Inni akka ati isaaf araaramtuuf guddisee si kadhataa?Afaan nagaatiinis sitti ni dubbataa?

    13Eenyutu uffata inni irraan uffatu irraa baasa?Eenyutu luugama qabatee isatti dhiʼaata?

    33Uumamni homaa hin sodaanne,kan isaan qixxaatu tokko iyyuu lafa irra hin jiru.

  16. Salmos 118

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 118
    Mostrando versículos 8–20 de 29

    8Nama amanachuu irra,Waaqayyotti kooluu galuu wayya.

    9Qondaaltota amanachuu irra,Waaqayyotti kooluu galuu wayya.

    20Kun karra Waaqayyoo,kan qajeeltonni ittiin ol galanii dha.

  17. Jó 13

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 11–25 de 28

    11Surraan isaa isin hin sodaachisuu?Sodaachisuun isaa isinitti hin dhagaʼamuu?

    14Ani maaliifin foon koo ilkaan kootiin,lubbuu koos harka kootiin qabadha?

    25Baala qilleensi harcaase ni ciccirtaa?Habaqii gogaa ni ariitaa?

  18. Provérbios 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 2–16 de 32

    2Qabeenyi karaa hamaadhaan horatan gatii hin qabu;qajeelummaan garuu duʼa jalaa nama baasa.

    7Yaadannoon nama qajeelaa eebba taʼa;maqaan nama hamaa garuu lafa irraa bada.

    16Mindaan qajeeltotaa jireenya;galiin hamootaa garuu cubbuu fi duʼa.

  19. Salmos 93

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 93
    Mostrando versículos 1–5 de 5

    1Waaqayyo ni moʼa; surraas ni uffata;Waaqayyo surra ni uffata; jabinas hidhata.Addunyaan cimtee dhaabamteerti; hin sochoofamtus.

    4Sagalee bishaan baayʼee caalaa,jabina dhaʼaa galaanaa caalaas,Waaqayyo ol gubbaa jiru sun humna qabeessa.

    5Seerri kee jabaatee ni dhaabata;Yaa Waaqayyo, qulqullummaan bara baraanfaaya mana keetii ti.

  20. Jó 8

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 3–14 de 22

    3Waaqni murtii qajeelaa jalʼisaa ree?Waaqni Waan Hunda Dandaʼu waan qajeelaa jalʼisaa?

    11Dhallaadduun lafa caffee hin taʼinitti guddataa?Shambaqqoonis bishaan malee lalisaa?

    14Abdiin isaa akkuma salphaatti cita;ofitti amanachuun isaas manʼee sariitii ti.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo