Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayyaas 43

6 Ani Kaabaan, ‘Isaan gad dhiisi!’

Kibbaan immoo ‘Isaan hin dhowwin’ nan jedha.

Ilmaan koo fagoodhaa,

intallan koo immoo handaara lafaatii fidi;

7 kan maqaa kootiin waamame hunda,

kanneen ani ulfina kootiif uume,

warra ani tolchee fi hojjedhe sana fidaa."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também