Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaías 53

11 Inni erga lubbuun isaa dhiphatee booddee,

ifa ni arga; ni gammadas;

garbichi koo qajeelaan sun beekumsa isaatiin namoota baayʼee qajeeltota taasisa;

yakka isaaniis ni baata.

12 Kanaafuu ani gurguddoota gidduutti qooda nan kennaaf;

innis jajjaboota wajjin boojuu ni qooddata;

inni lubbuu isaa duʼaaf kennee

yakkitootatti lakkaaʼameeraatii.

Taʼus inni cubbuu nama hedduu baatee

yakkamtootaaf araara buuseera.

Veja também