9 Inni goolii kaasuu baatu iyyuu,
yookaan sobni afaan isaatii baʼuu baatu iyyuu
akka awwaalli isaa hamoota wajjin
duuti isaas sooreyyii wajjin taʼu godhan.
9 Inni goolii kaasuu baatu iyyuu,
yookaan sobni afaan isaatii baʼuu baatu iyyuu
akka awwaalli isaa hamoota wajjin
duuti isaas sooreyyii wajjin taʼu godhan.