28 Allaahan waldaa Al-Masiihii keessatti tokkoffaa ergamoota, lammaffaa nabiiʼiyyoota, sadaffaa barsiistota, ergasiis warra hojii dinqii hojjetan, itti aansees warra kennaa dhukkubsattoota fayyisuu qaban, warra namoota gargaaruu dandaʼan, warra kennaa bulchiinsaa qabanii fi warra afaan haaraa gosa addaa addaa dubbatan filateera.
Publicidade